14 Yeroo kanatti dubartiin Liidiyaa jedhamtu, uffata bifa dhiilgee magaalaa Tiyaaxiraadhaa+ dhufe gurgurtuu fi Waaqayyoon waaqeffattu tokko ni dhaggeeffatti turte; Yihowaanis wanta Phaawulos dubbatu xiyyeeffannaadhaan akka dhaggeeffattu garaa ishii akka gaariitti ishiidhaaf ni bane.