LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Miikiyaas 3
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Miikiyaas

      • Geggeessitoonnii fi raajonni ni balaaleffataman (1-12)

        • Miikiyaas hafuura Yihowaatiin humnaan guutame (8)

        • Luboonni gatiidhaan barsiisu (11)

        • Yerusaalem tuullaa diiggaa taati (12)

Miikiyaas 3:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mik 3:9

Miikiyaas 3:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Mo 22:8; Amo 5:10
  • +2Se 19:2
  • +His 22:27; Amo 8:4; Sef 3:3

Miikiyaas 3:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +His 34:2, 3
  • +Isa 3:15

Miikiyaas 3:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 31:17, 18; Isa 1:15; 3:11
  • +Fru 3:44

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 9

Miikiyaas 3:5

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn tarii, “wanta alanfatan qabaatanitti.”

  • *

    Kal., “qulqulleessaniin.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 9:15, 16; 56:10
  • +His 13:19; 34:2
  • +Er 23:16, 17; His 13:10

Miikiyaas 3:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Er 13:16
  • +Fr 74:9; His 13:23
  • +Isa 59:9, 10; Amo 8:9

Miikiyaas 3:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 29:10

Miikiyaas 3:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mik 3:1
  • +Kes 27:19; Er 5:28

Miikiyaas 3:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Er 22:13

Miikiyaas 3:11

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “Mataawwan.”

  • *

    Ykn., “meetiidhaan.”

  • *

    Ykn., “Yihowaatti akka amanaman dubbatu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 1:23; 5:20, 23; His 22:12
  • +Er 6:13
  • +Isa 56:10, 11
  • +Isa 48:1, 2; Er 7:4
  • +Amo 9:10

Miikiyaas 3:12

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “mana qulqullummaas.”

  • *

    Ykn., “tabba mukeetiidhaan guutamee.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 79:1
  • +Er 26:18

Yaada Wal Simu

Mik. 3:1Mik 3:9
Mik. 3:21Mo 22:8; Amo 5:10
Mik. 3:22Se 19:2
Mik. 3:2His 22:27; Amo 8:4; Sef 3:3
Mik. 3:3His 34:2, 3
Mik. 3:3Isa 3:15
Mik. 3:4Kes 31:17, 18; Isa 1:15; 3:11
Mik. 3:4Fru 3:44
Mik. 3:5Isa 9:15, 16; 56:10
Mik. 3:5His 13:19; 34:2
Mik. 3:5Er 23:16, 17; His 13:10
Mik. 3:6Er 13:16
Mik. 3:6Fr 74:9; His 13:23
Mik. 3:6Isa 59:9, 10; Amo 8:9
Mik. 3:7Isa 29:10
Mik. 3:9Mik 3:1
Mik. 3:9Kes 27:19; Er 5:28
Mik. 3:10Er 22:13
Mik. 3:11Isa 1:23; 5:20, 23; His 22:12
Mik. 3:11Er 6:13
Mik. 3:11Isa 56:10, 11
Mik. 3:11Isa 48:1, 2; Er 7:4
Mik. 3:11Amo 9:10
Mik. 3:12Fr 79:1
Mik. 3:12Er 26:18
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Miikiyaas 3:1-12

Miikiyaas

3 Ani akkana nan jedhe: “Yaa dura buutota Yaaqoob,

Isin ajajjoonni mana Israaʼel, maaloo dhagaʼaa.+

Wanta sirrii beekuun isin irra hin jiruu?

 2 Isin garuu wanta gaarii ni jibbitu,+ wanta hamaa immoo ni jaallattu;+

Saba koo irraa gogaa isaanii ni quncistu, lafee isaanii irraas foon ni kaastu.+

 3 Kana malees foon saba kootii ni nyaattu,+

Gogaa isaaniis irraa ni baastu,

Akkuma wanta distiitti affeelameetti, akkuma foon distii keessa jiruutti,

Lafee isaanii caccabsitanii ni hurreessitu.+

 4 Yeroo sanatti isaan gargaarsaaf Yihowaa ni waammatu,

Inni garuu deebii isaaniif hin kennu.

Gocha isaanii isa hamaadhaan kan kaʼe,+

Yeroo sanatti inni fuula isaa isaan jalaa ni dhoksa.+

 5 Yihowaan raajota warra saba koo karaa irraa jalʼisan+

Warra yeroo ilkaan isaaniitiin waa ciniinanitti,*+ ‘Nagaa dha!’ jedhanii labsan,+

Nama afaan isaanii keessa homaa hin keenye irratti immoo waraana labsaniin* akkana jedha:

 6 ‘Halkan isinitti ni dhufa;+ mulʼata hin argitan;+

Dukkanni isinitti ni dhufa malee, hooda hin dubbattan.

Raajota irratti aduun ni lixxi,

Guyyaanis isaanitti dukkanaaʼa.+

 7 Warri mulʼata argan ni qaanaʼu,+

Warri hooda dubbatanis abdii ni kutatu.

Deebiin Waaqayyo biraa dhufu waan hin jirreef,

Hundi isaanii iyyuu qaaniidhaan afaan isaanii ni qabatu.’”

 8 Ani garuu Yaaqoobitti fincila isaa, Israaʼelittis cubbuu isaa akkan himuuf,

Hafuura Yihowaatiin humnaan,

Haqaa fi jabinaan guutameera.

 9 Isin dura buutonni mana Yaaqoob,

Isin ajajjoonni mana Israaʼel,+ maaloo, kana dhagaʼaa,

Isin warri haqa jibbitanii fi wanta qajeelaa taʼe hundumaa jalʼistan,+

10 Warri Xiyooniin dhiiga dhangalaasuudhaan, Yerusaalemiinis jalʼinaan ijaartan+ kana dhagaʼaa.

11 Geggeessitoonni* ishii mattaʼaadhaan murtii kennu,+

Luboonni ishii gatiidhaan barsiisu,+

Raajonni ishiis maallaqaan* hooda dubbatu.+

Taʼus, “Yihowaan nuu wajjin jira mitii?+

Badiisni nutti hin dhufu”+

Jedhanii Yihowaatti amanamu.*

12 Kanaafuu, isiniin kan kaʼe

Xiyoon akkuma maasiitti ni qotamti,

Yerusaalem tuullaa diiggaa ni taati,+

Gaarri Manichaas* akkuma iddoowwan ol kaʼoo bosona keessa jiranii* ni taʼa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi