LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 12
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Isaayyaas

      • Faarfannaa galataa (1-6)

        • ‘Yaah Yihowaan cimina koo ti’ (2)

Isaayyaas 12:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 30:3; Fr 30:5; 85:1; 126:1; Isa 40:2; 66:13

Isaayyaas 12:2

Miiljaleewwan

  • *

    Jechi, “Yaah” jedhu maqaan Yihowaa yommuu gabaabaatti barreeffamu dha.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 45:17
  • +Isa 26:4
  • +Fr 118:14; Hos 1:7

Isaayyaas 12:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 49:10

Isaayyaas 12:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Se 16:8; Fr 105:1, 2
  • +Bau 15:2

Isaayyaas 12:5

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “muuziqaa qopheessaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 98:1
  • +Fr 149:3

Isaayyaas 12:6

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “Ati ishiin jiraattuu Xiyoon taate,” guutummaan sabichaa dubartii takkatti fakkeeffamee ti.

Yaada Wal Simu

Isa. 12:1Kes 30:3; Fr 30:5; 85:1; 126:1; Isa 40:2; 66:13
Isa. 12:2Isa 45:17
Isa. 12:2Isa 26:4
Isa. 12:2Fr 118:14; Hos 1:7
Isa. 12:3Isa 49:10
Isa. 12:41Se 16:8; Fr 105:1, 2
Isa. 12:4Bau 15:2
Isa. 12:5Fr 98:1
Isa. 12:5Fr 149:3
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Isaayyaas 12:1-6

Isaayyaas

12 Guyyaa sanatti ati dhugumaan akkana jetta:

“Yaa Yihowaa, sin galateeffadha,

Ati natti dheekkamtee kan turte taʼus,

Dheekkamsi kee suutuma suuta qabbanaaʼeera, atis na jajjabeessiteetta.+

 2 Kunoo, Waaqayyo fayyisaa koo ti.+

Ani amanannaa qaba, homaas hin sodaadhu;+

Sababiin isaas, Yaah* Yihowaan cimina koo fi jabina koo ti,

Inni fayyisaa koo naaf taʼeera.”+

 3 Isin gammachuudhaan,

Burqaawwan fayyinaa keessaa bishaan ni waraabdu.+

 4 Guyyaa sanattis akkana jettu:

“Yihowaadhaaf galata galchaa, maqaa isaas waammadhaa,

Gochawwan isaa saboota gidduutti beeksisaa!+

Maqaan isaa ol qabamuu isaas labsaa.+

 5 Inni wantoota dinqisiisoo+ waan raawwateef, Yihowaadhaaf faarfannaa galataa faarfadhaa.*+

Kun guutummaa lafaa irratti haa beeksifamu.

 6 Inni Qulqulluun kan Israaʼel inni gidduu keessanitti argamu guddaa waan taʼeef,

Isin jiraattonni* Xiyoon iyyaa, ililchaas.”

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi