LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 65
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • Waaqni lafa ni kunuunsa

        • ‘Isa kadhannaa namaa dhagaʼu’ (2)

        • ‘Namni ati filatte gammadaa dha’ (4)

        • Gaarummaa Waaqaa isa hedduu (11)

Faarfannaa 65:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 76:2
  • +Fr 116:18; Lal 5:4

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    5/15/2009, ful. 3

Faarfannaa 65:2

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “foon.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 145:18; HoE 10:31; 1Yo 5:14

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 125

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 9

    Masaraa Eegumsaa,

    4/15/2010, ful. 5

Faarfannaa 65:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 40:12; Rom 7:23, 24; Gal 5:17
  • +Fr 51:2; Isa 1:18; 1Yo 1:7

Faarfannaa 65:4

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Iddoo qulqulluu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 15:1-5; 27:4; 84:1-4, 10
  • +Fr 36:7, 8
  • +1Sa 3:3; 1Se 16:1

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    3/2024, ful. 8

Faarfannaa 65:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 10:21; Mul 15:3
  • +Fr 22:27

Faarfannaa 65:6

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “Inni.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 93:1

Faarfannaa 65:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 89:9; 107:29; Isa 17:12, 13; 57:20

Faarfannaa 65:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 66:3

Faarfannaa 65:9

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “Irraa hafaa akka taatu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 11:11, 12; HoE 14:17
  • +Fr 104:14, 15

Faarfannaa 65:10

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “sararawwan isaas.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 147:7, 8

Faarfannaa 65:11

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “cooma kan coccobsu dha.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 27:28; Kes 33:16; Mil 3:10

Faarfannaa 65:12

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “coccobu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 35:1
  • +Isa 55:12

Faarfannaa 65:13

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Dirreewwan gad buʼoon.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 30:23
  • +HoE 14:17

Yaada Wal Simu

Far. 65:1Fr 76:2
Far. 65:1Fr 116:18; Lal 5:4
Far. 65:2Fr 145:18; HoE 10:31; 1Yo 5:14
Far. 65:3Fr 40:12; Rom 7:23, 24; Gal 5:17
Far. 65:3Fr 51:2; Isa 1:18; 1Yo 1:7
Far. 65:4Fr 15:1-5; 27:4; 84:1-4, 10
Far. 65:4Fr 36:7, 8
Far. 65:41Sa 3:3; 1Se 16:1
Far. 65:5Kes 10:21; Mul 15:3
Far. 65:5Fr 22:27
Far. 65:6Fr 93:1
Far. 65:7Fr 89:9; 107:29; Isa 17:12, 13; 57:20
Far. 65:8Fr 66:3
Far. 65:9Kes 11:11, 12; HoE 14:17
Far. 65:9Fr 104:14, 15
Far. 65:10Fr 147:7, 8
Far. 65:11Uma 27:28; Kes 33:16; Mil 3:10
Far. 65:12Isa 35:1
Far. 65:12Isa 55:12
Far. 65:13Isa 30:23
Far. 65:13HoE 14:17
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 65:1-13

Faarfannaa

Geggeessaa muuziqaatiif. Faarfannaa Daawit. Faarfannaa.

65 Yaa Waaqayyo, Xiyoon+ keessatti jajamuun siif mala;

Nuti wareega siif wareegne ni raawwanna.+

 2 Yaa isa kadhannaa namaa dhageessuu, namoonni gosa* hundumaa gara kee ni dhufu.+

 3 Balleessaan koo na liqimseera,+

Ati garuu yakka keenya nuuf haguugdeetta.+

 4 Namni mooraa kee keessa akka jiraatu filattee fi

Ofitti dhiheessite gammadaa dha.+

Nuti wantoota gaggaarii mana kee,+

Mana qulqullummaa*+ kee isa qulqulluu taʼe keessa jiraniin ni quufna.

 5 Yaa Waaqa fayyinaa keenya,

Ati gochawwan qajeelummaa sodaachisoo taʼaniin deebii nuuf kennita;+

Ati Amanannaa guutummaa andaara lafaa,+

Akkasumas kan warra galaanicha gama fagaatanii jiranii ti.

 6 Ati* humna keetiin gaarota cimsitee hundeessiteetta;

Jabinas uffatteetta.+

 7 Galaanota jeeqaman,

Dhaʼaa dambalii isaanii fi jeequmsa sabootaa cal jechisiista.+

 8 Namoonni naannoo fagoo jiraatan mallattoowwan keetiin kan kaʼe ni sodaatu;+

Ati warri baha biiftuutii jalqabee hamma dhiha biiftuutti argaman gammachuudhaan akka ililchan ni goota.

 9 Firii baayʼee* akka argamsiistuu fi badhaatuu akka taatu gochuudhaan,

Lafa ni kunuunsita.+

Lagni Waaqa biraa dhufu guutuu dha;

Midhaan isaaniif ni kennita,+

Ati akka kanaan lafa qopheessiteetta.

10 Boʼoowwan isaa ni laaffiste, biyyoo isaa isa qotames* wal qixxeessite;

Tiifuu bokkaatiin isa ni jiiste; sanyiin facaafame akka biqiluu fi akka guddatuufis biyyoo isaa ni eebbiste.+

11 Waggicha gaarummaa keetiin ni gonfite;

Daandiin kees badhaadhinaan kan guutame dha.*+

12 Iddoowwan dheedichaa lafa onaa keessa jiran yeroo hundumaa ni lalisu,*+

Tabbawwanis gammachuudhaan guutamaniiru.+

13 Iddoowwan dheedichaa keessa bushaayeewwan guutaniiru,

Sululawwanis* midhaaniin uwwifamaniiru.+

Isaan sagalee injifannootiin ni iyyu, eeyyee, ni faarfatu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi