LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 101
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • Bulchaa amanamaa taʼe

        • ‘Nama of jaju hin obsu’ (5)

        • ‘Gara namoota amanamoo nan ilaala’ (6)

Faarfannaa 101:1

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “muuziqaa nan qopheessa.”

Faarfannaa 101:2

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “amanamummaadhaan.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Mo 9:4; Fr 78:70, 72

Faarfannaa 101:3

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Gochi isaanii natti hin maxxanu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 97:10

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    7/15/2011, ful. 13

Faarfannaa 101:4

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “hin beeku.”

Faarfannaa 101:5

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Nan balleessa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 20:19

Faarfannaa 101:6

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “amanamummaadhaan.”

Faarfannaa 101:7

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “ija koo.”

Faarfannaa 101:8

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “nan balleessa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 20:8

Yaada Wal Simu

Far. 101:21Mo 9:4; Fr 78:70, 72
Far. 101:3Fr 97:10
Far. 101:5Fak 20:19
Far. 101:8Fak 20:8
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 101:1-8

Faarfannaa

Faarfannaa Daawit. Faarfannaa.

101 Waaʼee jaalala amanamaa fi waaʼee haqaa nan faarfadha.

Yaa Yihowaa, ani siif faarfannaa galataa nan faarfadha.*

 2 Of eeggannoodhaan, akkasumas balleessaa malee* nan deddeebiʼa.

Ati yoom gara koo dhufta?

Mana koo keessatti garaa qajeelaadhaan nan deddeebiʼa.+

 3 Wanta gatii hin qabne akkamii iyyuu ija koo dura hin kaaʼu.

Gochawwan namoota wanta sirrii taʼe irraa goranii nan jibba;+

Isaanii wajjin walitti dhufeenya hin qabu.*

 4 Garaa micciiramaan na irraa fagoo dha;

Wanta hamaa taʼe hin fudhadhu.*

 5 Nama dhoksaatti maqaa ollaa isaa balleessu,+

Nan callisiisa.*

Nama ija of jajuu fi garaa of tuulu qabu kam iyyuu,

Ani isaaf hin obsu.

 6 Akka isaan naa wajjin jiraataniif,

Gara namoota amanamoo lafa irra jiranii nan ilaala.

Namni balleessaa malee* deddeebiʼu na tajaajila.

 7 Namni gowwoomsaa raawwatu mana koo keessa hin jiraatu,

Sobduunis na* dura hin dhaabbatu.

 8 Warra balleessaa raawwatan magaalaa Yihowaa keessaa balleessuuf,+

Yeroo hundumaa ganama ganama namoota hamoo lafa irra jiran hundumaa nan callisiisa.*

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi