Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa Qabiyyee Uumamaa UUMAMA QABIYYEE KITAABICHAA 1 Samii fi lafti ni uumaman (1, 2) Guyyaa lafti itti qopheeffamte jaʼa (3-31) Guyyaa 1: ifa; guyyaa fi halkan (3-5) Guyyaa 2: hawaa (6-8) Guyyaa 3: dachee gogaa fi biqiltoota (9-13) Guyyaa 4: maddawwan ifaa samii (14-19) Guyyaa 5: qurxummiiwwanii fi simbirroota (20-23) Guyyaa 6: bineensota lafa irraa fi namoota (24-31) 2 Waaqayyo guyyaa torbaffaatti ni boqote (1-3) Yihowaa, Waaqa samii fi lafa uume (4) Dhiiraa fi dubartii iddoo biqiltuu Eedan keessa turan (5-25) Namni biyyoo irraa ni tolfame (7) Muka beekumsaa isa dhowwame (15-17) Dubartiin uumamuu ishii (18-25) 3 Kaʼumsa cubbuu namaa (1-13) Soba isa jalqabaa (4, 5) Murtii Yihowaan finciltoota irratti dabarse (14-24) Sanyiin dubartittii dursee dubbatame (15) Eedan keessaa ariʼamuu (23, 24) 4 Qaayinii fi Abeel (1-16) Sanyii Qaayin (17-24) Seetii fi ilma isaa Eenosh (25, 26) 5 Addaam irraa jalqabee hamma Nohitti (1-32) Addaam ijoollee dhiiraa fi ijoollee durbaa dhalche (4) Heenok Waaqayyoo wajjin deddeebiʼe (21-24) 6 Ilmaan Waaqayyoo lafa irratti dubartoota fuudhan (1-3) Nefiliimonni ni dhalatan (4) Hamminni ilmaan namootaa Yihowaa gaddisiise (5-8) Noh doonii akka ijaaru itti himame (9-16) Waaqayyo Bishaan Badiisaa akka dhufu labse (17-22) 7 Doonichatti seenuu (1-10) Bishaan Badiisaa addunyaa mara irra gaʼe (11-24) 8 Bishaan Badiisaa ni hirʼate (1-14) Gugeen ergamuu ishii (8-12) Doonicha keessaa baʼuu (15-19) Waadaa Waaqayyo lafa ilaalchisee gale (20-22) 9 Qajeelfama ilmaan namootaatiif kenname (1-7) Seera dhiiga ilaalchisee kenname (4-6) Kakuu sabbata waaqaa (8-17) Raajiiwwan sanyii Noh ilaalchisee dubbataman (18-29) 10 Maqaa sabootaa (1-32) Sanyii Yaafeet (2-5) Sanyii Kaam (6-20) Naamrud Yihowaa ni morme (8-12) Sanyii Seem (21-31) 11 Gamoo Baabel (1-4) Yihowaan qooqa isaanii walitti make (5-9) Seem irraa jalqabee hamma Abraamitti (10-32) Maatii Taaraa (27) Abraam Uur keessaa ni baʼe (31) 12 Abraam Kaaraanii baʼee gara Kanaʼaan deeme (1-9) Waadaa Waaqayyo Abraamiif gale (7) Abraamii fi Saaraay Gibxii keessatti (10-20) 13 Abraam gara Kanaʼaanitti deebiʼe (1-4) Abraamii fi Loox gargar baʼan (5-13) Waaqayyo waadaa Abraamiif gale irra deebiʼe (14-18) 14 Abraam Looxiin oolche (1-16) Malkiseedeq Abraamiin eebbise (17-24) 15 Kakuu Waaqayyo Abraamii wajjin gale (1-21) Waggaa 400f akka cunqurfaman dursee dubbatame (13) Waaqayyo waadaa Abraamiif gale irra deebiʼe (18-21) 16 Aggaarii fi Ishmaaʼel (1-16) 17 Abrahaam abbaa saboota hedduu ni taʼa (1-8) Maqaan Abraam Abrahaamitti jijjiirame (5) Kakuu dhaqna qabaa (9-14) Maqaan Saaraay Saaraatti jijjiirame (15-17) Ilma Yisihaaq jedhamu akka qabaatan waadaa galame (18-27) 18 Maleekonni sadii Abrahaam bira dhufan (1-8) Saaraan ilma akka deessu waadaan ni galameef; ishiin ni kolfite (9-15) Abrahaam Sodoomiif ni kadhate (16-33) 19 Maleekonni Loox bira dhaqan (1-11) Looxii fi maatiin isaa akka baʼan itti himame (12-22) Sodoomii fi Gomoraan ni balleeffaman (23-29) Haati manaa Loox siidaa soogiddaa taate (26) Looxii fi ijoollee durbaa isaa (30-38) Kaʼumsa Moʼaabii fi Amoon (37, 38) 20 Saaraan Abimelek irraa ni oolte (1-18) 21 Yisihaaq ni dhalate (1-7) Ishmaaʼel Yisihaaqitti qoose (8, 9) Aggaarii fi Ishmaaʼel ni ariʼaman (10-21) Kakuu Abrahaam Abimelekii wajjin gale (22-34) 22 Abrahaam Yisihaaqiin aarsaa akka godhu itti himame (1-19) Eebba karaa sanyii Abrahaam argamu (15-18) Maatii Ribqaa (20-24) 23 Duʼa Saaraa fi iddoo ishiin awwaalamte (1-20) 24 Yisihaaqiif haadha manaa barbaaduu (1-58) Ribqaan gara Yisihaaq deemte (59-67) 25 Abrahaam haadha manaa kan biraa fuudhe (1-6) Abrahaam ni duʼe (7-11) Ilmaan Ishmaaʼel (12-18) Yaaqoobii fi Esaawu ni dhalatan (19-26) Esaawu mirga angafummaa isaa gurgure (27-34) 26 Yisihaaqii fi Ribqaan Geraar keessatti (1-11) Waaqayyo waadaa gale Yisihaaqiif irra deebiʼe (3-5) Walitti buʼiinsa boolla bishaanii irratti kaʼe (12-25) Kakuu Yisihaaq Abimelekii wajjin gale (26-33) Haadhotii manaa Esaawu warra Heetota taʼan lamaan (34, 35) 27 Yaaqoob eebba Yisihaaq argate (1-29) Esaawu eebba kan barbaade taʼus, yaada hin jijjiirranne (30-40) Esaawu Yaaqoobiin ni jibbe (41-46) 28 Yisihaaq Yaaqoobiin gara Phaadaan Aaraamitti erge (1-9) Abjuu Yaaqoob Beetelitti arge (10-22) Waaqayyo waadaa gale Yaaqoobiif irra deebiʼe (13-15) 29 Yaaqoob Raaheliin argate (1-14) Yaaqoob jaalala Raaheliin qabame (15-20) Yaaqoob Liyaa fi Raaheliin fuudhe (21-29) Yaaqoob Liyaa irraa ilmaan afur ni dhalche: Ruuben, Simiʼoon, Leewwii fi Yihudaa (30-35) 30 Biilhaan Daanii fi Niftaalemiin ni deesse (1-8) Zilfaan Gaadii fi Asheeriin ni deesse (9-13) Liyaan Yisaakorii fi Zaabiloniin ni deesse (14-21) Raahel Yoseefiin ni deesse (22-24) Bushaayeewwan Yaaqoob ni baayʼatan (25-43) 31 Yaaqoob dhokatee gara Kanaʼaan dhaqe (1-18) Laabaan Yaaqoobiin ni dhaqqabe (19-35) Kakuu Yaaqoob Laabaanii wajjin gale (36-55) 32 Maleekonni Yaaqoobii wajjin wal argan (1, 2) Yaaqoob Esaawuun argachuuf qophaaʼe (3-23) Yaaqoob maleekaa tokkoo wajjin waldhaansoo qabe (24-32) Maqaan Yaaqoob Israaʼelitti jijjiirame (28) 33 Yaaqoob Esaawuu wajjin wal arge (1-16) Yaaqoob gara Sheekem dhaqe (17-20) 34 Diinaan dirqisiifamtee gudeedamte (1-12) Ilmaan Yaaqoob gowwoomsanii tarkaanfii fudhatan (13-31) 35 Yaaqoob waaqolii biyya ormaa ni balleesse (1-4) Yaaqoob gara Beetelitti deebiʼe (5-15) Biiniyaam ni dhalate; Raahel ni duute (16-20) Ilmaan Israaʼel 12n (21-26) Yisihaaq ni duʼe (27-29) 36 Sanyii Esaawu (1-30) Moototaa fi dura buutota Edoom (31-43) 37 Abjuuwwan Yoseef (1-11) Yoseefii fi obboloota isaa warra hinaaftota taʼan (12-24) Yoseef garbummaatti gurgurame (25-36) 38 Yihudaa fi Taamaar (1-30) 39 Yoseef mana Phoxifaar keessatti (1-6) Yoseef haadha manaa Phoxifaar jalaa ni baqate (7-20) Yoseef mana hidhaa keessatti (21-23) 40 Yoseef abjuu hidhamtootaa ni hiike (1-19) ‘Abjuu kan hiiku Waaqayyo dha’ (8) Afeerraa guyyaa dhalootaa Faraʼoon (20-23) 41 Yoseef abjuu Faraʼoon ni hiike (1-36) Faraʼoon Yoseefiin ol qabe (37-46a) Yoseef midhaan irratti itti gaafatamaa taʼe (46b-57) 42 Obboloonni Yoseef gara Gibxii dhaqan (1-4) Yoseef obboloota isaa ni argate; isaan ni qores (5-25) Obboloonni isaa gara Yaaqoobitti deebiʼan (26-38) 43 Obboloonni Yoseef ammas gara Gibxii deeman; Biiniyaamii wajjin (1-14) Yoseef ammas obboloota isaa wajjin wal arge (15-23) Yoseef obboloota isaa wajjin afeerraa irratti argame (24-34) 44 Xoofoon Yoseef karaciitii Biiniyaam keessatti argame (1-17) Yihudaan Biiniyaamiif ni kadhate (18-34) 45 Yoseef eenyummaa isaa ni ibse (1-15) Obboloonni Yoseef gara Yaaqoobitti deebiʼan (16-28) 46 Yaaqoobii fi maatiin isaa Gibxiitti galan (1-7) Maqaa namoota Gibxiitti galanii (8-27) Yoseef Gooshenitti Yaaqoobii wajjin wal arge (28-34) 47 Yaaqoob Faraʼoonii wajjin wal arge (1-12) Bulchiinsa Yoseef isa gaarii (13-26) Israaʼel Gooshen buufate (27-31) 48 Yaaqoob ilmaan Yoseef lamaan ni eebbise (1-12) Efreem eebba caalu ni argate (13-22) 49 Raajii Yaaqoob duʼuu isaa dura dubbate (1-28) Shiiloon Yihudaa keessaa ni argama (10) Qajeelfama Yaaqoob awwaala isaa ilaalchisee kenne (29-32) Yaaqoob ni duʼe (33) 50 Yoseef Kanaʼaan keessatti Yaaqoobiin awwaale (1-14) Yoseef dhiifama gochuu isaa irra deebiʼee dubbate (15-21) Guyyoota dhumaa Yoseefii fi duʼa isaa (22-26) Ajaja Yoseef lafee isaa ilaalchisee kenne (25)