Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa Qabiyyee 1 Seenaa Baraa 1 SEENAA BARAA QABIYYEE KITAABICHAA 1 Addaamii jalqabee hamma Abrahaamitti (1-27) Sanyiiwwan Abrahaam (28-37) Edoomota, mootota isaanii fi dura buutota isaanii (38-54) 2 Ilmaan Israaʼel 12n (1, 2) Sanyiiwwan Yihudaa (3-55) 3 Sanyiiwwan Daawit (1-9) Mootota warra sanyii Daawit taʼan (10-24) 4 Sanyiiwwan Yihudaa warra kaan (1-23) Yaabeezii fi kadhannaa isaa (9, 10) Sanyiiwwan Simiʼoon (24-43) 5 Sanyiiwwan Ruuben (1-10) Sanyiiwwan Gaad (11-17) Haggaaronni ni moʼaman (18-22) Walakkaa gosa Minaasee (23-26) 6 Sanyiiwwan Leewwii (1-30) Faarfattoota mana qulqullummaa (31-47) Sanyiiwwan Aaron (48-53) Gandeen Leewwotaa (54-81) 7 Sanyiiwwan Yisaakor (1-5), kan Biiniyaam (6-12), kan Niftaalem (13), kan Minaasee (14-19), kan Efreem (20-29), akkasumas kan Asheer (30-40) 8 Sanyiiwwan Biiniyaam (1-40) Hidda dhalootaa maatii Saaʼol (33-40) 9 Hidda dhalootaa warra boojuudhaa deebiʼanii (1-34) Hiddi dhalootaa maatii Saaʼol irra deebiʼamee ibsame (35-44) 10 Saaʼolii fi ilmaan isaa duʼuu isaanii (1-14) 11 Guutummaan Israaʼel Daawitiin mootii godhee dibe (1-3) Daawit Xiyooniin ni qabate (4-9) Loltoota Daawit warra jajjaboo (10-47) 12 Namoota Daawit mootii akka taʼu deggeran (1-40) 13 Taabotichi Qiriyaat Yeʼariimii ni fidame (1-14) Uuzaan ni ajjeefame (9, 10) 14 Yihowaan Daawitiin mootii godhee cimsee dhaabe (1, 2) Maatii Daawit (3-7) Filisxeemonni ni moʼaman (8-17) 15 Leewwonni Taaboticha baatanii gara Yerusaalem dhaqan (1-29) Miikaal Daawitiin tuffatte (29) 16 Taabotichi dunkaana keessa kaaʼame (1-6) Faarfannaa galataa Daawit (7-36) “Yihowaan Mootii taʼeera!” (31) Taaboticha duratti tajaajiluu (37-43) 17 Daawit mana qulqullummaa akka hin ijaarre itti himame (1-6) Kakuu mootummaadhaaf Daawitii wajjin galame (7-15) Kadhannaa galataa Daawit (16-27) 18 Injifannoowwan Daawit argate (1-13) Bulchiinsa Daawit (14-17) 19 Amoononni ergamtoota Daawit salphisan (1-5) Injifannoo Amoonii fi Sooriyaa irratti argame (6-19) 20 Raabaan ni qabamte (1-3) Filisxeemonni baayʼee guguddaa taʼan ni ajjeefaman (4-8) 21 Daawit seeraan alaan uummaticha lakkaaʼe (1-6) Yihowaan Israaʼelota adabe (7-17) Daawit iddoo aarsaa ijaare (18-30) 22 Daawit ijaarsa mana qulqullummaatiif qophii godhe (1-5) Daawit Solomooniif qajeelfama kenne (6-16) Bulchitoonni Solomooniin akka gargaaran ajajaman (17-19) 23 Daawit Leewwota gurmeesse (1-32) Aaronii fi ilmaan isaa adda baafaman (13) 24 Daawit luboota garee 24tti gurmeesse (1-19) Hojiiwwan Leewwotaa kaan (20-31) 25 Namoota mana Waaqayyootti muuziqaa taphatanii fi faarfatan (1-31) 26 Gareewwan karra eegdotaa (1-19) Ajajjoota mana kuusaa fi abbootii taayitaa kaan (20-32) 27 Abbootii taayitaa mooticha tajaajilan (1-34) 28 Haasaa Daawit ijaarsa mana qulqullummaa ilaalchisee kenne (1-8) Solomooniif qajeelfamni ni kenname; pilaaniin ijaarsaas isaaf kenname (9-21) 29 Buusii mana qulqullummaatiif godhame (1-9) Kadhannaa Daawit (10-19) Uummatichi ni gammade; Solomoon mootii taʼe (20-25) Daawit ni duʼe (26-30)