Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa Qabiyyee Baʼuu BAʼUU QABIYYEE KITAABICHAA 1 Israaʼelonni Gibxii keessatti ni baayʼatan (1-7) Faraʼoon Israaʼelota cunqurse (8-14) Deessistoonni Waaqa sodaatan lubbuu oolchan (15-22) 2 Museen ni dhalate (1-4) Intalli Faraʼoon Musee guddiste (5-10) Museen Miidiyaanitti baqatee Sifooraa fuudhe (11-22) Waaqayyo Israaʼelonni aaduu isaanii ni dhagaʼe (23-25) 3 Musee fi harangamaa bobaʼu (1-12) Yihowaan hiika maqaa isaa ibse (13-15) Yihowaan Museedhaaf qajeelfama kenne (16-22) 4 Mallattoowwan Museen raawwate sadan (1-9) Museen gaʼumsa akka hin qabne itti dhagaʼame (10-17) Museen gara Gibxiitti deebiʼe (18-26) Museen Aaronii wajjin deebiʼee wal arge (27-31) 5 Museenii fi Aaron Faraʼoon duratti dhihaatan (1-5) Cunqursaan isaan irra gaʼu ni cime (6-18) Israaʼelonni Musee fi Aaroniin komatan (19-23) 6 Abdiin bilisa akka baʼan kenname ni haareffame (1-13) Maqaan Yihowaa guutummaatti kan hin beekamne taʼuu isaa (2, 3) Hidda dhalootaa Musee fi Aaron (14-27) Museen ammas Faraʼoon duratti dhihaachuuf qophaaʼe (28-30) 7 Yihowaan Musee jajjabeesse (1-7) Uleen Aaron bofa guddaa taʼe (8-13) Dhaʼicha 1ffaa: bishaan dhiigatti jijjiirame (14-25) 8 Dhaʼicha 2ffaa: raacha (1-15) Dhaʼicha 3ffaa: bookee (16-19) Dhaʼicha 4ffaa: qarxaasaa (20-32) Gooshen dhaʼichaan hin hubamne (22, 23) 9 Dhaʼicha 5ffaa: horiiwwan ni duʼan (1-7) Dhaʼicha 6ffaa: namaa fi horii irratti dhiitoon ni baʼe (8-12) Dhaʼicha 7ffaa: cabbii (13-35) Faraʼoon humna Waaqayyoo ni ilaala (16) Maqaan Yihowaa ni labsama (16) 10 Dhaʼicha 8ffaa: awwaannisa (1-20) Dhaʼicha 9ffaa: dukkana (21-29) 11 Dhaʼichi kurnaffaan ni beeksifame (1-10) Israaʼelonni kennaa ni gaafatu (2) 12 Faasikaan ni hundeeffame (1-28) Dhiigni maqaanii irratti ni facaafama (7) Dhaʼicha 10ffaa: angafoonni ni ajjeefaman (29-32) Baʼuun ni jalqabame (33-42) Dhuma waggoota 430nii (40, 41) Qajeelfama Ayyaana Faasikaa (43-51) 13 Dhiirri angafaa hundi kan Yihowaa ti (1, 2) Ayyaana Maxinoo (3-10) Dhiirri angafaa hundi Yihowaadhaaf adda baafame (11-16) Israaʼelonni gara Galaana Diimaatti qajeelan (17-20) Utubaa duumessaa fi utubaa ibiddaa (21, 22) 14 Israaʼelonni galaanicha bira gaʼan (1-4) Faraʼoon Israaʼelota duukaa buʼe (5-14) Israaʼelonni Galaana Diimaa ceʼan (15-25) Warri Gibxii galaanichaan liqimfaman 26-28) Israaʼelonni Yihowaatti amanan (29-31) 15 Faarfannaa injifannoo Musee fi Israaʼelonni faarfatan (1-19) Miiriyaam jalaa qabdee faarfatte (20, 21) Bishaan hadhaaʼu miʼaawaa taʼe (22-27) 16 Sabichi waaʼee nyaataa gungume (1-3) Yihowaan gungummii sana ni dhagaʼe (4-12) Simbirrootaa fi mannaa (13-21) Guyyaa Sanbataa mannaan hin jiru (22-30) Mannaan yaadannoodhaaf kaaʼame (31-36) 17 Gungummii bishaan dhabanii Horeebitti dhageessisan (1-4) Bishaan qarsaa keessaa argame (5-7) Amaaleqota waraananii injifatan (8-16) 18 Yetroo fi Sifooraan ni dhufan (1-12) Abbootii murtii akka muudu Yetroon Musee gorse (13-27) 19 Gaara Siinaa irratti (1-25) Israaʼelonni mootummaa lubootaa ni taʼu (5, 6) Sabichi Waaqayyo duratti dhihaachuuf ni qulqulleeffame (14, 15) 20 Ajajawwan Kurnan (1-17) Dinqii Israaʼelonni akka sodaatan godhe (18-21) Qajeelfama waaqeffannaa ilaalchisee kenname (22-26) 21 Seerawwan Israaʼelotaaf kennaman (1-36) Waaʼee garboota Ibroota taʼanii (2-11) Waaʼee yakka namoota kaan irratti raawwatamuu (12-27) Waaʼee horiiwwanii (28-36) 22 Seerawwan Israaʼelotaaf kennaman (1-31) Waaʼee hannaa (1-4) Waaʼee midhaan mancaʼee (5, 6) Waaʼee bakka buusuu fi abbaa qabeenyummaa (7-15) Waaʼee gowwoomsuu (16, 17) Waaʼee waaqeffannaa fi haqaa (18-31) 23 Seerawwan Israaʼelotaaf kennaman (1-19) Waaʼee amanamummaa fi haqaa (1-9) Waaʼee sanbatawwanii fi ayyaanotaa (10-19) Maleekaan Israaʼelota geggeesse (20-26) Lafa dhaaluu fi daangaawwan (27-33) 24 Sabichi kakuu sana eeguuf walii gale (1-11) Museen Gaara Siinaa irratti (12-18) 25 Buusii godoo qulqulluutiif godhame (1-9) Taabota (10-22) Minjaala (23-30) Baattuu ibsaa (31-40) 26 Godoo qulqulluu (1-37) Huccuuwwan dunkaanaa (1-14) Maqaaniiwwanii fi miiloowwan (15-30) Golgaa (31-37) 27 Iddoo aarsaa aarsaa gubamuu (1-8) Mooraa (9-19) Zayitii ibsaa (20, 21) 28 Uffata lubummaa (1-5) Efuudii (6-14) Kiisii qomaa (15-30) Uuriimii fi Tuumiimii (30) Qoloo (31-35) Marata mataa fi warqii diriiraa (36-39) Uffatawwan lubummaa kaan (40-43) 29 Luboota muuduu (1-37) Aarsaa guyyaa guyyaadhaan dhihaatu (38-46) 30 Iddoo aarsaa ixaanaa (1-10) Galmeeffamuu fi maallaqa araaraa (11-16) Miʼa sibiila diimaa bishaan dhiqannaa (17-21) Makaa zayitii dibataa adda taʼe (22-33) Akkaataa ixaanni qulqulluun itti qopheeffamu (34-38) 31 Ogeeyyii harkaa hafuura Waaqayyootiin guutaman (1-11) Sanbata isa Waaqayyoo fi Israaʼelota gidduutti mallattoo taʼe (12-17) Gabateewwan dhagaa lamaan (18) 32 Waaqeffannaa jabbii warqii (1-35) Museen sirba adda taʼe dhagaʼe (17, 18) Museen gabateewwan seerichaa caccabse (19) Leewwota Yihowaadhaaf amanamoo taʼan (26-29) 33 Waaqayyo akka adabu dubbate (1-6) Dunkaana walgaʼii buufatichaa ala jiru (7-11) Museen ulfina Yihowaa ilaaluuf gaafate (12-23) 34 Gabateewwan dhagaa haaraan ni qophaaʼan (1-4) Museen ulfina Yihowaa arge (5-9) Kakuun ammas gad fageenyaan ibsame (10-28) Fuulli Musee ni calaqqise (29-35) 35 Qajeelfama Sanbataa (1-3) Buusii godoo qulqulluutiif godhame (4-29) Bezaaliʼelii fi Oholiyaab hafuuraan guutaman (30-35) 36 Hamma barbaachisu caalaa buusiin ni godhame (1-7) Ijaarsa godoo qulqulluu (8-38) 37 Taaboticha tolchuu (1-9) Minjaalicha (10-16) Baattuu ibsaa (17-24) Iddoo aarsaa ixaanaa (25-29) 38 Iddoo aarsaa aarsaa gubamuu (1-7) Miʼa bishaanii sibiila diimaa (8) Mooraa (9-20) Miʼawwan godoo qulqulluu lakkaaʼuu (21-31) 39 Uffata lubummaa tolchuu (1) Efuudicha (2-7) Kiisii qomaa (8-21) Qoloo (22-26) Uffatawwan lubummaa kaan (27-29) Warqii diriiraa (30, 31) Museen godoo qulqulluu ni qore (32-43) 40 Godoo qulqulluu dhaabuu (1-33) Ulfinni Yihowaa godoo qulqulluu guute (34-38)