DAANIʼEL
QABIYYEE KITAABICHAA
-
Nebukadnezaar Mootichi abjuu nama dhiphisu arge (1-4)
Namni ogeessi abjuu hiikuu dandaʼu dhabame (5-13)
Daaniʼel gargaarsa Waaqaa gaafate (14-18)
Icciticha waan mulʼiseef Waaqa jajate (19-23)
Daaniʼel abjuu sana mootichatti hime (24-35)
Hiika abjuu sanaa (36-45)
Dhagaan mootummichaa siidicha caccabsa (44, 45)
Mootichi Daaniʼeliif ulfina kenne (46-49)
-
Siidaa warqii Nebukadnezaar mootichaa (1-7)
Ajaja siidicha akka waaqeffatan kenname (4-6)
Ibroonni sadan ajajamuu diduudhaan himataman (8-18)
‘Waaqolii kee hin tajaajillu’ (18)
Ibidda bobaʼu keessatti darbataman (19-23)
Dinqiidhaan ibiddicha irraa ooluu (24-27)
Mootichi Waaqa Ibrootaa jajate (28-30)