Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa Qabiyyee Amoos AMOOS QABIYYEE KITAABICHAA 1 Amoos Yihowaa biraa ergaa fudhate (1, 2) Murtii irra deddeebiʼanii finciluu isaaniitiin kenname (3-15) Sooriyaa (3-5), Filisxeem (6-8), Xiiros (9, 10), Edoom (11, 12), Amoon (13-15) 2 Murtii irra deddeebiʼanii finciluu isaaniitiin kenname (1-16) Moʼaab (1-3), Yihudaa (4, 5), Israaʼel (6-16) 3 Murtii Waaqaa labsuu (1-8) Waaqni iccitii isaa ni mulʼisa (7) Ergaa Samaariyaa irratti dabarfame (9-15) 4 Ergaa saawwan Baashaan irratti dabarfame (1-3) Yihowaan waaqeffannaa sobaa Israaʼel ni jibba (4, 5) Israaʼel adaba fudhachuu dide (6-13) “Waaqa kee dura dhaabbachuuf qophaaʼi” (12) ‘Waaqni wanta yaade namatti ni hima’ (13) 5 Israaʼel akka durba kuftee ti (1-3) Waaqa barbaaddadhaa, jiraadhaas (4-17) Wanta hamaa jibbaa, wanta gaarii jaalladhaa (15) Guyyaan Yihowaa guyyaa dukkanaa ti (18-27) Aarsaan Israaʼel ni jibbame (22) 6 Warra dantaa hin qabneef wayyoo! (1-14) Siree ilka arbaa; saanii golboo daadhii wayinii (4, 6) 7 Mulʼatawwan badiisni Israaʼel dhihaachuu isaa argisiisan (1-9) Awwaannisa (1-3), ibidda (4-6), tumbii (7-9) Amoos raajii dubbachuu akka dhiisu itti himame (10-17) 8 Mulʼata guuboo firii bonaa qabate argisiisu (1-3) Cunqursitoonni ni balaaleffataman (4-14) Beela hafuuraa (11) 9 Murtii Waaqaa jalaa miliquun hin dandaʼamu (1-10) Daasiin Daawit ol ni kaafama (11-15)