Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa Qabiyyee Obaadiyaa OBAADIYAA QABIYYEE KITAABICHAA Edoom ishiin of tuultu ni salphifamti (1-9) Edoom Yaaqoob irratti hammina raawwate (10-14) Guyyaan Yihowaa saboota hundumaa irratti dhufa (15, 16) Manni Yaaqoob iddoo isaa duriitti deebifama (17-21) Yaaqoob Edoomiin ni guba (18) Mootummaan kan Yihowaa ni taʼa (21)