Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa Qabiyyee Yoonaas YOONAAS QABIYYEE KITAABICHAA 1 Yoonaas Yihowaa jalaa baqachuuf yaale (1-3) Yihowaan obomboleettii cimaa kaase (4-6) Yoonaas rakkinichaaf sababa dha (7-13) Yoonaas galaana jeeqamu keessatti darbatame (14-16) Qurxummii guddaan tokko Yoonaasiin liqimse (17) 2 Yoonaas garaa qurxummii keessa taʼee kadhate (1-9) Qurxummiin sun Yoonaasiin lafa gogaa irratti tufe (10) 3 Yoonaas Waaqaaf ajajamee gara Nanawwee dhaqe (1-4) Namoonni Nanawwee ergaa Yoonaas dhagaʼanii yaada geddaratan (5-9) Waaqayyo Nanawwee balleessuu dhiisuuf murteesse (10) 4 Yoonaas aaree duʼuu hawwe (1-3) Yihowaan Yoonaasiin gara laafina barsiise (4-11) “Baayʼee aaruun kee sirrii dhaa?” (4) Buqqee hadhooftuu tokkotti fayyadamee barsiise (6-10)