Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa Qabiyyee Miikiyaas MIIKIYAAS QABIYYEE KITAABICHAA 1 Murtii Samaariyaa fi Yihudaa irratti dabarfame (1-16) Cubbuu fi fincilli rakkina uume (5) 2 Cunqursitootaaf wayyoo! (1-11) Israaʼelonni tokko taʼuuf walitti qabaman (12, 13) Biyyattiin waca namootaatiin guutamti (12) 3 Geggeessitoonnii fi raajonni ni balaaleffataman (1-12) Miikiyaas hafuura Yihowaatiin humnaan guutame (8) Luboonni gatiidhaan barsiisu (11) Yerusaalem tuullaa diiggaa taati (12) 4 Gaarri Yihowaa ol ni kaafama (1-5) Goraadeen gara maarashaatti (3) ‘Maqaa Yihowaatiin deddeebina’ (5) Xiyoon ishiin iddootti deebifamte ni cimti (6-13) 5 Bulchaan guutummaa lafaa irratti guddaa taʼu (1-6) Bulchaan sun Beetaliheem keessaa baʼa (2) Warri hafan akka fixeensaa fi akka leencaa taʼu (7-9) Biyyattiin ni qulqulleeffamti (10-15) 6 Falmii seeraa Waaqni Israaʼelii wajjin qabu (1-5) Yihowaan maal si irraa barbaada? (6-8) Haqa, amanamummaa, gad of qabuu (8) Yakkaa fi adaba Israaʼel (9-16) 7 Amala hamaa Israaʼel qabu (1-6) Maatiin ofii diina namatti taʼa (6) “Obsaan nan eeggadha” (7) Sabni Waaqaa ni qulqullaaʼe (8-13) Kadhannaa fi jajannaa Miikiyaas dhiheesse (14-20) Deebii Yihowaan kenne (15-17) ‘Waaqni akka Yihowaa eenyu?’ (18)