Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa Qabiyyee Zakkaariyaas ZAKKAARIYAAS QABIYYEE KITAABICHAA 1 Waamicha gara Yihowaatti akka deebiʼan dhihaate (1-6) “Gara kootti deebiʼaa, anis gara keessanitti nan deebiʼa” (3) Mulʼata 1: Abbootii fardaa mukeetii hadaasii gidduu dhaabbatan (7-17) “Yihowaan ammas Xiyooniin ni jajjabeessa” (17) Mulʼata 2: Gaanfota afurii fi ogeeyyii harkaa afur (18-21) 2 Mulʼata 3: Namicha wadaroo safaraa qabate (1-13) Yerusaalem ni safaramti (2) Yihowaan “dallaa ibiddaa ishiitti marsee jiru” taʼa (5) Qaroo ija Yihowaa tuquu (8) Saboonni hedduun Yihowaa cinaa dhaabbatu (11) 3 Mulʼata 4: Uffanni luba ol aanaa ni jijjiirame (1-10) Seexanni Iyyaasuu isa luba ol aanaa taʼe morme (1) “Ani Latii isa tajaajilaa koo taʼe nan fida!” (8) 4 Mulʼata 5: Baattuu ibsaa fi mukeetii ejersaa lama (1-14) “Jabina namaatiin utuu hin taʼin, hafuura kootiin” (6) Guyyaa hojicha keessaa xinnoon itti jalqabame hin tuffatinaa (10) 5 Mulʼata 6: Maraa kitaabaa balaliʼu (1-4) Mulʼata 7: Miʼa eefaa (5-11) Dubartiin achi keessa jirtu Hammina jedhamte (8) Miʼichi gara Shinaaritti geeffame (9-11) 6 Mulʼata 8: Gaariiwwan fardaa afur (1-8) Latichi mootii fi luba taʼa (9-15) 7 Yihowaan sooma garaadhaa hin taane ni balaaleffata (1-14) “Dhuguma anaaf soomtanii?” (5) ‘Haqa, jaalala amanamaa fi gara laafina walitti argisiisaa’ (9) 8 Yihowaan Xiyooniif nagaa fi dhugaa ni kenna (1-23) Yerusaalem, “magaalaa amanamtuu” (3) “Walii keessanitti dhugaa dubbadhaa” (16) Sooma irraa gara affeerraatti (18, 19) ‘Yihowaa haa barbaaddannu’ (21) Namoonni kudhan uffata Yihudii tokkoo qabatu (23) 9 Murtii Waaqni saboota ollaa jiran irratti dabarse (1-8) Dhufaatii mootii Xiyoon (9, 10) Mootii gad of qabuu fi harree irra taaʼee dhufu (9) Sabni Yihowaa bilisa baʼa (11-17) 10 Bokkaa argachuuf Yihowaa malee waaqolii sobaa hin gaafatinaa (1, 2) Yihowaan saba isaa tokko ni godha (3-12) Namni iddoo guddaa qabu Yihudaa keessaa ni baʼa (3, 4) 11 Miidhaa tiksee Waaqaa isa dhugaa tuffachuun fidu (1-17) “Hoolota qalamuuf jedhan tiksi” (4) Ulee lama: Gammachuu fi Tokkummaa (7) Mindaa tiksee: Meetii sheeqilii 30 (12) Maallaqichi mana kuusaatti darbatame (13) 12 Yihowaan Yihudaa fi Yerusaalemiif eegumsa godha (1-9) Yerusaalem, “dhagaa ulfaataa” taati (3) Isa waraaname sanaaf booʼuu (10-14) 13 Waaqolii tolfamoo fi raajota sobaa balleessuu (1-6) Raajonni sobaa qaanii gonfatu (4-6) Tikseen sun ni rukutama (7-9) Harki sadaffaan ni qulqulleeffama (9) 14 Injifannoo guutuu waaqeffannaa dhugaan argate (1-21) Gaarri ejersaa lamatti hirama (4) Yihowaan tokko, maqaan isaas tokko ni taʼa (9) Dhaʼicha mormitoota Yerusaalem irra gaʼu (12-15) Ayyaana Daasii kabajuu (16-19) Distiiwwan hundi Yihowaadhaaf qulqulleeffamu (20, 21)