MAATEWOS
QABIYYEE KITAABICHAA
-
LALLABA GAARAA (1-48)
Yesuus gaara irratti barsiisuu jalqabe (1, 2)
Wantoota gammachuu argamsiisan salgan (3-12)
Soogiddaa fi ifa (13-16)
Yesuus Seericha raawwachuuf dhufe (17-20)
Gorsa dheekkamsa (21-26), ejja (27-30), wal hiikuu (31, 32), kakaa (33-37), haaloo baʼuu (38-42), diina jaallachuu (43-48) ilaalchisee kenname
-
Yesuus “Gooftaa Sanbataa ti” (1-8)
Namni harki isaa lamshaaʼe ni fayye (9-14)
Tajaajilaa Waaqni jaallatu (15-21)
Jinniiwwan hafuura qulqulluudhaan ni baafaman (22-30)
Cubbuu dhiifama hin arganne (31, 32)
Mukti firii isaatiin beekama (33-37)
Mallattoo Yoonaas (38-42)
Hafuuronni xuraaʼoon yommuu deebiʼan (43-45)
Haadhaa fi obboloota Yesuus (46-50)
-
FAKKEENYOTA MOOTUMMICHAA (1-52)
Namicha sanyii facaasu (1-9)
Sababii Yesuus fakkeenyatti itti fayyadamu (10-17)
Hiika fakkeenya namicha sanyii facaasee (18-23)
Qamadii fi inkirdaada (24-30)
Firii sanaaficaa fi raacitii (31-33)
Fakkeenyatti fayyadamuudhaan raajii raawwate (34, 35)
Hiika fakkeenya qamadii fi inkirdaadaa (36-43)
Qabeenya dhokfamee fi callee baʼeessa (44-46)
Saaphana qurxummii (47-50)
Miʼa haaraa fi miʼa moofaa (51, 52)
Yesuus naannoo dhalootaa isaatti hin simatamne (53-58)
-
Luboonni Yesuusiin ajjeesuuf irratti mariʼatan (1-5)
Dubartiin takka zayitii urgaaʼu mataa Yesuus irratti dhangalaaste (6-13)
Ayyaana Faasikaa isa dhumaa fi gantummaa (14-25)
Irbaanni Gooftaa ni hundeeffame (26-30)
Yesuus Pheexiros akka isa ganu raajii dubbate (31-35)
Yesuus Getesemaaneetti kadhate (36-46)
Yesuus ni qabame (47-56)
Yaaʼii Saanhediriin duratti qoratame (57-68)
Pheexiros Yesuusiin gane (69-75)