Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa Qabiyyee 2 Qorontos 2 QORONTOS QABIYYEE KITAABICHAA 1 Nagaa dhaamuu (1, 2) Waaqni rakkina hundumaa keessatti nu jajjabeessa (3-11) Phaawulos karoora imalaa isaa jijjiire (12-24) 2 Fedhii Phaawulos gammachuu akka argatan qabu (1-4) Cubbamaa dhiifamni godhameefii gumiitti deebiʼe (5-11) Phaawulos Xiroʼaasii fi Maqedooniyaatti (12, 13) Tajaajila isa hiriira injifannoo taʼe (14-17) Dubbii Waaqayyoo hin qanxabnu (17) 3 Xalayaa deggersaa (1-3) Tajaajiltoota kakuu haaraa (4-6) Ulfina guddaa kakuu haaraan qabu (7-18) 4 Ifa misiraachichaa (1-6) Sammuun warra hin amannee jaameera (4) Qabeenya gatii guddaa qabuu fi qodaa suphee keessa jiru (7-18) 5 Isa samii irratti qophaaʼe sana uffachuu (1-10) Tajaajila araarsuu (11-21) Uumama haaraa (17) Ambaasaaddaroota Kiristoos (20) 6 Gaarummaa Waaqayyoo karaa dogoggoraatiin fayyadamuu hin qabnu (1, 2) Ibsa tajaajila Phaawulos ilaalchisee kenname (3-13) Gita malee walitti hin camadaminaa (14-18) 7 Wanta xureessu irraa of qulqulleessuu (1) Phaawulos Kiristiyaanota Qorontositti ni gammade (2-4) Tiitoon gabaasa gaarii fide (5-7) Karaa Waaqa gammachiisuun gadduu fi yaada geddarachuu (8-16) 8 Kiristiyaanota Yihudoota taʼaniif buusii walitti qabuu (1-15) Tiitoon gara Qorontositti ergama (16-24) 9 Gorsa arjoota akka taʼan kenname (1-15) Waaqayyo nama gammachuudhaan kennu jaallata (7) 10 Phaawulos tajaajila isaatiif falmate (1-18) Meeshaan waraanaa keenya kan foonii miti (4, 5) 11 Phaawulosii fi ergamoota hunda irra caalan (1-15) Rakkoowwan Phaawulos ergamaa taʼuu isaatiin isa irra gaʼan (16-33) 12 Mulʼatawwan Phaawulos arge (1-7a) Qoree foon Phaawulos waraanu (7b-10) Ergamoota hunda irra caalan sanaa gad miti (11-13) Phaawulos warra Qorontosiif yaaddaʼe (14-21) 13 Akeekkachiisaa fi gorsa xumuraa (1-14) “Amantii keessa jiraachuu keessan beekuuf yeroo hunda of qoraa” (5) Sirreeffama godhaa; yaada tokko qabaadhaa (11)