GALAATIYAA
QABIYYEE KITAABICHAA
-
Garaa garummaa hojiiwwan Seerichaa fi amantii (1-14)
Namni qajeelaan amantiidhaan jiraata (11)
Waadaan Abrahaamiif galame Seericha irratti kan hundaaʼe miti (15-18)
Kiristoos isa sanyii Abrahaam taʼe (16)
Maddaa fi kaayyoo Seerichaa (19-25)
Amantiidhaan ilmaan Waaqayyoo taʼuu (26-29)
Warri kan Kiristoos taʼan sanyii Abrahaami (29)