Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa Qabiyyee Efesoon EFESOON QABIYYEE KITAABICHAA 1 Nagaa dhaamuu (1, 2) Eebba hafuuraa (3-7) Wanta hunda gara Kiristoositti walitti qabuu (8-14) “Bulchiinsa” yeroon murteeffametti hundeeffamu (10) Hafuuraan chaappaa gochuun “dursee akka qabdiitti kan kenname” dha (13, 14) Phaawulos amantii warra Efesooniif Waaqa galateeffate, akkasumas isaaniif ni kadhate (15-23) 2 Kiristoosii wajjin jiraachifamuu (1-10) Girgiddaan gargar baasu ni diigame (11-22) 3 Iccitii qulqulluu saboota kaan dabalatu (1-13) Saboonni kaanis Kiristoosii wajjin dhaaltota taʼu (6) Kaayyoo Waaqayyoo isa bara baraa (11) Kadhannaa warri Efesoon hubannaa akka argatan dhihaate (14-21) 4 Qaama Kiristoosiin tokko taʼuu (1-16) Namoota kennaa taʼan (8) Namummaa moofaa fi haaraa (17-32) 5 Dubbii fi gocha qulqulluu (1-5) Akka ijoollee ifaatti deddeebiʼaa (6-14) Hafuuraan guutamaa (15-20) Yeroo keessan akka gaariitti itti fayyadamaa (16) Gorsa abbootii manaa fi haadhotii manaatiif kenname (21-33) 6 Gorsa ijoollee fi warraaf kenname (1-4) Gorsa garbootaa fi gooftoliidhaaf kenname (5-9) Meeshaa waraanaa guutuu isa Waaqayyo biraa argamu (10-20) Nagaa xumuraa (21-24)