Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa Qabiyyee Filiphisiyus FILIPHISIYUS QABIYYEE KITAABICHAA 1 Nagaa dhaamuu (1, 2) Waaqa galateeffachuu; kadhannaa Phaawulos (3-11) Rakkinni jiraatus misiraachichi ni babalʼate (12-20) Kiristoosiif jedheen jiraadha; yoon duʼes anaaf buʼaa dha (21-26) Misiraachichaa wajjin wal simaa jiraadhaa (27-30) 2 Gad of qabuu Kiristiyaanaa (1-4) Gad of qabuu Kiristoos argisiisee fi ulfina argate (5-11) Fayyina keessan mirkaneessaa (12-18) Akka ibsitoota ifaatti ifuu (15) Ximotewosii fi Ephaafrodixosiin erguu (19-30) 3 Foonitti amanamuu dhiisuu (1-11) Kiristoosiif jedhanii wanta hundumaa dhiisuu (7-9) Galma bira gaʼuuf hiixachuu (12-21) Lammiilee samii (20) 4 Tokkummaa, gammachuu, yaada sirrii (1-9) Waaʼee waan tokkoo illee hin yaaddaʼinaa (6, 7) Dinqisiifannaa obboloota Filiphisiyusiif qabu (10-20) Nagaa xumuraa (21-23)