Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa Qabiyyee Qolosaayis QOLOSAAYIS QABIYYEE KITAABICHAA 1 Nagaa dhaamuu (1, 2) Amantii warra Qolosaayisiif galateeffachuu (3-8) Kadhannaa guddina hafuuraa ilaalchisee dhihaate (9-12) Gaʼee guddaa Kiristoos qabu (13-23) Phaawulos gumichaaf jabaatee hojjeteera (24-29) 2 Iccitii qulqulluu Waaqayyoo kan taʼe Kiristoos (1-5) Gowwoomsitoota irraa of eeggadhaa (6-15) Inni dhugaan Kiristoosi (16-23) 3 Namummaa moofaa fi namummaa haaraa (1-17) Kutaawwan qaama keessanii ajjeesaa (5) Jaalalli tokkummaadhaan namoota walitti hidha (14) Gorsa maatii Kiristiyaanota taʼaniif kenname (18-25) 4 Gorsa gooftoliidhaaf kenname (1) “Kadhannaatti jabaadhaa” (2-4) Warra ala jiran biratti ogummaadhaan deddeebiʼaa (5, 6) Nagaa xumuraa (7-18)