Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa Qabiyyee 1 Tasalonqee 1 TASALONQEE QABIYYEE KITAABICHAA 1 Nagaa dhaamuu (1) Amantii warra Tasalonqeetiif galateeffachuu (2-10) 2 Tajaajila Phaawulos Tasalonqeetti raawwate (1-12) Warri Tasalonqee dubbii Waaqayyoo fudhatan (13-16) Phaawulos warra Tasalonqee arguuf hawwe (17-20) 3 Phaawulos Ateenaa utuu jiruu yaaddaʼe (1-5) Ximotewos gabaasa nama jajjabeessu fide (6-10) Warra Tasalonqeetiif kadhachuu (11-13) 4 Akeekkachiisa halalummaa ilaalchisee kenname (1-8) Guutummaatti wal jaalladhaa (9-12) ‘Dhimma ofii keessanii qofa irratti xiyyeeffadhaa’ (11) Warri Kiristoosii wajjin tokkummaa qabaatanii duʼan jalqaba kaʼu (13-18) 5 Dhufaatii guyyaa Yihowaa (1-5) “Nagaa dha, tasgabbii dhas!” (3) Dammaqinaan haa jiraannu, dandeettii yaaduu keenya haa eeggannu (6-11) Gorsa (12-24) Nagaa xumuraa (25-28)