Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa Qabiyyee 1 Ximotewos 1 XIMOTEWOS QABIYYEE KITAABICHAA 1 Nagaa dhaamuu (1, 2) Akeekkachiisa barsiisota sobaa ilaalchisee kenname (3-11) Gaarummaa guddaa Phaawulositti argisiifame (12-16) Mootii bara baraa (17) ‘Waraana isa baʼeessa sana irratti hirmaadhu’ (18-20) 2 Akaakuu namoota hundumaatiif kadhadhaa (1-7) Waaqa tokko, araarsaa tokko (5) Namoota hundumaatiif furii wal gitu (6) Qajeelfama dhiirotaa fi dubartootaaf kenname (8-15) Uffata seera qabeessa taʼe (9, 10) 3 Ulaagaalee ilaaltonni ol aanaan guutuu qaban (1-7) Ulaagaalee tajaajiltoonni gumii guutuu qaban (8-13) Iccitii qulqulluu Waaqayyoof buluu (14-16) 4 Akeekkachiisa barumsa jinniiwwanii ilaalchisee kenname (1-5) Tajaajilaa Kiristoos isa gaarii taʼuu (6-10) Leenjii qaamaa fi Waaqayyoof buluu (8) Barumsa barsiistuuf xiyyeeffannaa kenni (11-16) 5 Dargaggootaa fi maanguddoota ulfinaan qabuu (1, 2) Dubartoota abbootiin manaa irraa duʼan gargaaruu (3-16) Wanta maatii ofiitiif barbaachisu dhiheessuu (8) Jaarsolii jabaatanii hojjetan kabajuu (17-25) ‘Garaa keetiif daadhii wayinii xinnoo dhugi’ (23) 6 Garboonni gooftolii isaaniitiif ulfina haa kennan (1, 2) Barsiisota sobaa fi jaalala qarshii (3-10) Qajeelfama nama Waaqaatiif kenname (11-16) Hojii gaariidhaan badhaadhota taʼaa (17-19) Wanta imaanaadhaan sitti kenname eegi (20, 21)