Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa Qabiyyee 2 Ximotewos 2 XIMOTEWOS QABIYYEE KITAABICHAA 1 Nagaa dhaamuu (1, 2) Phaawulos amantii Ximotewosiif Waaqa galateeffate (3-5) Kennaa Waaqaa akka ibiddaatti qabsiisi (6-11) Dubbii gaarii hordofuu kee itti fufi (12-14) Diinotaa fi michoota Phaawulos (15-18) 2 Ergicha namoota gaʼumsa qabanitti imaanaadhaan kenni (1-7) Misiraachichaaf jecha rakkina dandaʼuu (8-13) Dubbii Waaqayyoo sirriitti barsiisi (14-19) Hawwii dargaggummaa irraa baqadhu (20-22) Akkaataa mormitoota itti qabu (23-26) 3 Guyyoota dhumaatti yeroon baayʼee rakkisaa taʼe ni dhufa (1-7) Fakkeenya Phaawulos sirriitti hordofuu (8-13) ‘Wantoota barattetti cimii itti fufi’ (14-17) Kitaabonni Qulqulluun hundi geggeessaa hafuura Waaqayyootiin barreeffaman (16) 4 “Tajaajila kee guutummaatti raawwadhu” (1-5) Hinaaffaadhaan dubbicha lallabi (2) “Lola isa gaarii loleera” (6-8) Wanta Phaawulos haala keessa jiru ilaalchisee dubbate (9-18) Nagaa xumuraa (19-22)