Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa Qabiyyee Yaaqoob YAAQOOB QABIYYEE KITAABICHAA 1 Nagaa dhaamuu (1) Jabaatanii dhaabbachuun gammachuu argamsiisa (2-15) Amantii qorame (3) Amantiidhaan kadhachuu isaa itti haa fufu (5-8) Hawwiin, cubbuu fi duʼatti geessa (14, 15) Kennaan gaariin hundi ol gubbaadhaa gad buʼa (16-18) Dubbicha dhagaʼuu fi hojii irra oolchuu (19-25) Nama daawitii ilaalu (23, 24) Waaqeffannaa qulqulluu fi xurii hin qabne (26, 27) 2 Looguun cubbuu dha (1-13) Jaalalli seera mootii ti (8) Amantiin hojii malee duʼaa dha (14-26) Jinniiwwan ni amanu, ni romʼus (19) Abrahaam michuu Yihowaa jedhamee waamame (23) 3 Arraba madaqsuu (1-12) Namoonni baayʼeen barsiisota hin taʼin (1) Ogummaa ol gubbaadhaa dhufu (13-18) 4 Michuu addunyaa hin taʼinaa (1-12) Diiyaabilosiin mormaa (7) Gara Waaqayyootti dhihaadhaa (8) Akeekkachiisa of tuuluu ilaalchisee kenname (13-17) “Fedhii Yihowaa yoo taʼe” (15) 5 Akeekkachiisa sooreyyiidhaaf kenname (1-6) Waaqayyo warra obsaan jabaatanii dhaabbatan ni eebbisa (7-11) “Eeyyeen” keessan eeyyee haa taʼu (12) Kadhannaan amantiidhaan dhihaate humna qaba (13-18) Cubbamaan tokko akka deebiʼu gargaaruu (19, 20)