Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa Qabiyyee 1 Pheexiros 1 PHEEXIROS QABIYYEE KITAABICHAA 1 Nagaa dhaamuu (1, 2) Abdii isa jiraataatiif akka haaraatti dhalachuu (3-12) Akka ijoollee ajajamootti qulqulloota taʼaa (13-25) 2 Dubbicha dharraʼaa (1-3) Akka dhagoota jiraatootti gara mana hafuuraatti ijaaramuu (4-10) Addunyaa keessatti akka ormaatti jiraachuu (11, 12) Karaa sirrii taʼeen aangoodhaaf bitamuu (13-25) Kiristoos isa fakkeenya nuuf taʼu (21) 3 Haadhotii manaa fi abbootii manaa (1-7) Miira walii hubadhaa; nagaa barbaadaa (8-12) Qajeelummaadhaaf jedhanii rakkachuu (13-22) Waaʼee abdii keessanii deebii kennuuf qophaaʼoo taʼaa (15) Cuuphaa fi qalbii gaarii (21) 4 Akkuma Kiristoos fedhii Waaqaatiif jiraadhaa (1-6) Dhumni wantoota hundumaa dhihaateera (7-11) Rakkina Kiristiyaanota taʼuu keenyaan nu irra gaʼu (12-19) 5 Tuuta hoolota Waaqayyoo tiksaa (1-4) Gad of qabaa, dammaqoo taʼaa (5-11) Yaaddoo keessan hundumaa isa irratti gataa (7) Diyaabilos akka leenca barooduu ti (8) Yaada xumuraa (12-14)