Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa Qabiyyee 2 Pheexiros 2 PHEEXIROS QABIYYEE KITAABICHAA 1 Nagaa dhaamuu (1) Waamamuu keessan mirkaneeffadhaa (2-15) Amalawwan amantii irratti dabalamuu qaban (5-9) Dubbiin raajii caalaatti mirkanaaʼeera (16-21) 2 Barsiisonni sobaa ni kaʼu (1-3) Barsiisota sobaatti akka murteeffamu mirkanaaʼaa dha (4-10a) Maleekota Inxoroxoositti darbataman (4) Bishaan Badiisaa; Sodoomii fi Gomoraa (5-7) Amalawwan barsiisota sobaa (10b-22) 3 Qoostonni badiisni akka dhufu hin amanan (1-7) Yihowaan hin turu (8-10) Namoota akkamii taʼuu akka qabdan itti yaadaa (11-16) Samii haaraa fi lafa haaraa (13) Gowwoomfamtanii akka hin fudhatamne of eeggadhaa (17, 18)