LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • igw ful. 24-ful. 25
  • Gaaffii 16: Dhiphina moʼuu kan dandeessu akkamitti?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Gaaffii 16: Dhiphina moʼuu kan dandeessu akkamitti?
  • Dubbii Waaqayyoorraa Barachuu
Dubbii Waaqayyoorraa Barachuu
igw ful. 24-ful. 25

GAAFFII 16

Dhiphina moʼuu kan dandeessu akkamitti?

“Wanta yaada sitti taʼu Waaqayyotti gatii dhiisi, inni akka ati hin kufnetti si irkisa! Namni qajeelaan raawwatee akka hin mittiqne in godha.”

Faarfannaa 55:22

“Yaadni warra dhimmee hojjetuu buʼaa qaba, wanti ariitiidhaan hojjetamu hundinuu hiyyeessa nama godha.”

Fakkeenya 21:5

“Egaa ani sii wajjin waanan jiruuf hin sodaatin! Ani Waaqayyo kee ti hin naʼin! Ani sin jabeessa, ani sin gargaaras; irree qajeelummaa koo isa mirgaatiin ol sin qaba.”

Isaayaas 41:10

“Isin keessaa namni tokko hammam yaaddaʼu illee, bara jireenya isaatiitti yeroo gabaabaa dabalachuu kan dandaʼu jiraa ree?”

Maatewos 6:27

“Waaʼee boriifis hin yaaddaʼinaa, guyyaan borii ofii isaatiif iyyuu in yaaddaʼatao; rakkinni guyyaa sanaa duwwaan iyyuu guyyichaaf in gaʼa.”

Maatewos 6:34

“Akka warra ogeessotaatti malee, akka warra ogeessota hin taʼiniitti hin jiraatinaa! . . . yeroo isiniif kenname utuu hin dabarsin itti hojjedhaa.”

Efesoon 5:15, 16

Haadha intala ishee wajjin nyaachuu isaanii dura kadhachaa jirtu

“Waan hundumaatti, kadhataa fi himataan galataa wajjin wanti isin barbaachisu Waaqayyo duratti akka beekamu godhaa malee, waanuma tokkotti yaaddoo hin qabaatinaa! Nagaan Waaqayyoo inni hubannaa namaa hundumaa irra caalus, karaa Kristos Yesus garaa keessanii fi yaada keessan in eega.”

Filiphisiiyus 4:6, 7

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi