4-C
Wantoota Gurguddaa Yeroo Yesus Lafarra Jiraachaa Turetti Raawwataman—Tajaajila Guddaa Yesus Galiilaatti Raawwate (Kutaa 1)
YEROO |
BAKKA |
WANTA RAAWWATAME |
MAATEWOS |
MAARQOS |
LUQAAS |
YOHANNIS |
---|---|---|---|---|---|---|
30 |
Galiilaa |
Yesus yeroo jalqabaatiif ‘Mootummaan Waaqaa dhiʼaateera’ jedhee labse |
||||
Qaanaa; Naazireet; Qifirnaahom |
Ilma hojjetaa mootii tokkoo fayyise; maraa macaafa Isaayaas dubbise; Qifirnaahom deeme |
|||||
Ciisa Bishaan Galiilaa, n. Qifirnaahom |
Bartoota afur waame: Simooniifi Indriiyaas, Yaaqoobiifi Yohannis |
|||||
Qifirnaahom |
Amaatii Simooniifi namoota kan biraa fayyise |
|||||
Galilee |
Galiilaa Yeroo jalqabaatiif bartootasaa afurii wajjin Galiilaa deeme |
|||||
Lamxii fayyise; namoonni baayʼeen isa duukaa buʼan |
||||||
Qifirnaahom |
Nama qaamni gar tokko duʼe fayyise |
|||||
Maatewosiin waame; warra qaraxa sassaabanii wajjin nyaate; gaaffii soomarratti kaʼe |
||||||
Yihudaa |
Manneen sagadaa keessatti lallabe |
|||||
31, Faasikaa |
Yerusaalem |
Betzataatti dhukkubsataa fayyise; Yihudoonni isa ajjeesuu barbaadan |
||||
Yerusaalemii yeroo deebiʼu (?) |
Bartoonnisaa Sanbataan qamadii ciran; Yesus “Sanbata irratti iyyuu gooftaa dha” |
|||||
Galiilaa; Ciisa Bishaan Galiilaa |
Sanbataan harka nama tokkoo fayyise; namoonni baayʼeen isa duukaa buʼan; namoota hedduu fayyise |
|||||
Gaara n. Qifirnaahom |
Ergamoota 12 filate |
|||||
n. Qifirnaahom |
Gaararratti lallabe |
|||||
Qifirnaahom |
Naaʼoo angafa dhibbaa tokkoo fayyise |
|||||
Naayin |
Ilma haadha hiyyeessaa tokkoo duʼaa kaase |
|||||
Xiberiyaas; Galiilaa (Naayin ykn naannooshee) |
Yohannis ergamootasaa Yesusitti erge; dhugaan wallaalotatti mul’ifame; ba’aankoo salphaadha |
|||||
Galiilaa (Naayin ykn naannooshee) |
Dubartii miillasaatti urgooftuu dibde; fakkeenya namoota idaan irra jiruu |
|||||
Galiilaa |
Adeemsa lallabaa isa lammaffaa, bartootasaa 12 wajjin |
|||||
Hafuurota hamoo baase; cubbuu dhiifama hin qabne |
||||||
Milikkita Yoonaas malee milikkita hin kennine |
||||||
Haatisaafi obboloonnisaa ni dhufan; bartoonnisaa firootasaa akka taʼan dubbate |