9
Godoo Qulqullaaʼaafi Angafa Lubootaa
Qabiyyee Godoo Qulqullaaʼaa
1 Saanduqa Kakuu (Bau. 25:10-22; 26:33)
2 Golgaa (Bau. 26:31-33)
3 Utubaa Golgaa (Bau. 26:31, 32)
4 Iddoo Isa Qulqullaaʼaa (Bau. 26:33)
5 Iddoo Hundumaarra Qulqullaaʼaa (Bau. 26:33)
6 Golgaa (Bau. 26:36)
7 Utubaa Golgichaa (Bau. 26:37)
8 Miiloo Sibiila Boorrajjii (Bau. 26:37)
9 Iddoo Aarsaa Ixaanaa (Bau. 30:1-6)
10 Gabatee Buddeena Ilaalchaa (Bau. 25:23-30; 26:35)
11 Baattuu Ibsaa (Bau. 25:31-40; 26:35)
12 Bullukkoo Godoo Quncee Talbaarraa Tolfame (Bau. 26:1-6)
13 Bullukkoo Rifeensa Reʼootaarraa Tolfame (Bau. 26:7-13)
14 Buusa Gogaa Korbeessa Hoolaarraa Tolfame (Bau. 26:14)
15 Buusa Gogaa Hoolaa Bishaaniirraa Tolfame (Bau. 26:14)
16 Tuggee Battee (Bau. 26:15-18, 29)
17 Miiloo Tuggee Battee Meetiirraa Tolfame (Bau. 26:19-21)
18 Dagalee (Bau. 26:26-29)
19 Miiloo Meetiirraa Tolfame (Bau. 26:32)
20 Waciitii Dhiqannaa Sibiila Boorrajjiirraa Tolfame (Bau. 30:18-21)
21 Iddoo Aarsaa Qalma Gubamuu (Bau. 27:1-8)
22 Oobdii (Bau. 27:17, 18)
23 Karra (Bau. 27:16)
24 Golgaa Quncee Talbaarraa Tolfame (Bau. 27:9-15)
Angafa Lubootaa
Baʼuu boqonnaan 28 waaʼee uffata angafa lubootaa Israaʼel balʼinaan ibsa
Marata Mataa (Bau. 28:39)
Gonfoo Qulqulluu (Bau. 28:36; 29:6)
Dhagaa Sardoniikis (Bau. 28:9)
Diraa (Bau. 28:14)
Korojoo Qomee Miʼi Murtoo Keessa Taaʼuufi Dhagaa Gati Jabeessa 12 Qabu (Bau. 28:15-21)
Dirata Fuula Duraafi Hidhata Inni Ittiin Hidhamu (Bau. 28:6, 8)
Qoloo Bifa Waaqaa (Bau. 28:31)
Andaara Bilbila Warqee Qabu (Bau. 28:33-35)
Kittaa Quncee Talbaarraa Tolfame (Bau. 28:39)