Barsiifata Kee Toʼachuu kan Dandeessu Akkamitti?
Lakk. 3 2016
© 2016 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
Barreeffamni kun hin gurguramu. Hojii addunyaa maratti Kitaaba Qulqulluu barsiisuuf adeemsifamu yommuu taʼu, buusii qarshii namoonni fedhiidhaan kennaniin qophaaʼa. Buusii qarshii gochuuf weeb saayitii www.jw.org/om jedhamu ilaali.
Ibsi gara biraan yoo kenname malee, caqasawwan barruu kana keessatti argaman Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa Maatewos-Mulʼata fi Kitaaba Qulqulluu hiika bara 1997tti maxxanfame keessaa kan fudhatamani dha. Caqasichatti aansee “NW” yoo jedhame, caqasichi kan fudhatame Caaffata Qulqullaaʼoo Hiika Addunyaa Haaraa afaan Ingiliffaa ammayyaatiin qophaaʼe irraa taʼuu isaa argisiisa.