LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • g17 Lakk. 4
  • Intarneetii Irratti

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Intarneetii Irratti
  • Dammaqaa!—2017
Dammaqaa!—2017
g17 Lakk. 4

Intarneetii Irratti

DEEBII GAAFFII KITAABA QULQULLUU

http://www.jw.org/finder?wtlocale=OA&prefer=lang&docid=502013273&srcid=MAATII

Kitaabni Qulquluun Maatii Gammachuu Qabu Akkan Qabaadhu Na Gargaaruu Dandaʼaa?

Gorsi gaariin Kitaaba Qulqulluu keessa jiru namoonni miliyoonaan lakkaaʼaman mana keessatti gammachuu akka qabaatan isaan gargaareera.

(BARUMSAWWAN KITAABA QULQULLUU > DEEBII GAAFFII KITAABA QULQULLUU jalaa ilaali)

VIIDIYOOWWAN

YAADAWWAN DHUFAATII JIREENYAA ILAALCHISEE KENNAMAN

Mooniikaa Riichaardisan: Ogeettiin Yaalii Fayyaa Tokko Wanta Itti Amantu Ilaalchisee Maal Jetti?

Akkaataa ijoolleen itti dhalattu ilaalchisee wanti ishiin baratte, ilaalcha ishiin jireenyi akkamitti akka jalqabe irratti qabdu jijjiireera.

(Amaariffaan ni argama. የሕትመት ውጤቶች > ቪዲዮዎች isa jedhu jala ilaali kutaa “ቃለ መጠይቅ እና ተሞክሮ” jedhu jala jira)

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi