Lafti Badiisarraa ni Ooltii?—Sababii Abdiidhaan Itti Eeggannu
Lakk. 1 2023
© 2023 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
Barreeffamni kun hin gurguramu. Barreeffamoota addunyaa maratti Kitaaba Qulqulluu barsiisuuf qophaaʼan keessaa tokkodha. Hojiin kunis buusii namoonni fedhiidhaan kennaniin deggerama. Buusii gochuudhaaf donate.jw.org ilaali. Ibsi kan biraan yoo kenname malee, caqasoonni barreeffama kana keessatti argaman Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa afaan ammayyaatiin qophaaʼe keessaa kan fudhatamanidha.