Mataduree Fuula/Fuula Ibsa Maxxansitootaa Qabate
Dhugumaan Waaqayyo Waa’ee Keenya Ni Yaadaa?
Kan nuuf yaadu yoo ta’e, rakkinni akka jiraatu maaliif heyyame?
Rakkinni kunoo gara fuulduraatti ni badaa?
Bara 2011tt maxxanfame
Birooshurri kun kan hin gurguramneefi barreeffamoota addunyaa maratti Macaafa Qulqulluu barsiisuuf qophaaʼan keessaa tokkodha. Hojiin kunis buusii qarshii namoonni fedhiidhaan kennaniin deggerama.
Ibsi garabiraan yoo kenname malee, caqasawwan birooshura kana keessatti argaman Macaafa Qulqulluu afaan Oromoo bara 1997 maxxanfame keessaa kan fudhatamanidha. Caqasawwan tokko tokko nutu dalga ciibsee barreesse. Caqasichatti aansee “NW” yoo jedhame, caqasichi kan fudhatame Caaffata Qulqullaaʼoo Hiika Addunyaa Haaraa, Isa Hiika Jechootaa qabuufi afaan Ingiliffaatiin qophaaʼerraa taʼuusaa argisiisa. Waggoonni birooshura kana keessatti argaman hundi lakkoobsa Awurooppaa kan argisiisanidha. Dh.K.D. jechuun, dhaloota Kiristos dura jechuudha; Dh.K.B. jechuunimmoo, dhaloota Kiristos booda jechuudha.