Ittiin Baafata Fuula/Fuula Ibsa Maxxansitootaa qabate
Namni Jaallattan Yeroo Du’u
Barreeffamni kun kan gurguramu miti. Hojii addunyaa maratti Kitaaba Qulqulluu barsiisuuf hojjetamu deggeruuf, buusii qarshii namoonni fedhiidhaan kennaniin qophaaʼa.
Buusii gochuuf Weeb saayitii www.jw.org/om jedhamu ilaali.
Ibsi garabiraan yoo kenname malee, caqasawwan birooshura kana keessatti argaman Macaafa Qulqulluu afaan Oromoo bara 1997 maxxanfame keessaa kan fudhatamanidha. Caqasawwan tokko tokko nutu dalga ciibsee barreesse. Caqasichatti aansee “NW” yoo jedhame, caqasichi kan fudhatame Macaafa Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa, afaan Ingiliffaatiin qophaaʼerraa taʼuusaa argisiisa. Waggoonni birooshura kana keessatti argaman hundi lakkoobsa Awurooppaa kan argisiisanidha. Dh.K.D. jechuun, dhaloota Kiristos dura jechuudha; Dh.K.B. jechuunimmoo, dhaloota Kiristos booda jechuudha.
Onkoloolessa 2017tti Maxxanfame
Oromo (we-OA)
© 2009
Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania