Fuula Mataduree/Fuula Ibsa Maxxansitootaa qabatee
Maatiin Gammachuu Argachuu Kan Danda’u Akkamitti?
© 2007
WATCH TOWER BIBLE AND TRACT SOCIETY OF PENNSYLVANIA
MAXXANSITOONNI
WATCHTOWER BIBLE AND TRACT SOCIETY OF NEW YORK, INC. Brooklyn, New York, U.S.A.
BARA 2012tti Maxxanfame
Barreeffamni kun kan hin gurguramneefi barreeffamoota addunyaa maratti macaafa qulqulluu barsiisuuf qophaa’an keessaa tokkodha. Hojiin kunis buusii qarshii namoonni fedhiidhaan kennaniin deggerama
Ibsi garabiraan yoo kenname malee, caqasawwan kitaaba kana keessatti argaman macaafa qulqulluu afaan oromoo bara 1997 maxxanfame keessaa kan fudhatamanidha. Caqasawwan tokko tokko dalga ciibsee kan barreesse nuyi. Caqasichatti aansee “nw” yoo jedhame, caqasichi kan fudhatame caaffata qulqullaa’oo hiika addunyaa haaraa, isa hiika jechootaa qabuufi afaan ingiliffaatiin qophaa’erraa ta’uusaa argisiisa.