Fuula Mataduree/Fuula Ibsa Maxxansitootaa qabatee
Waaqayyo Nurraa Maal Barbaadaa?
Bara 2007tti Maxxanfame
Birooshurri kun hojii addunyaa maratti Macaafa Qulqulluu barsiisuuf taasifamu deggeruuf gumaacha qarshii namoonni fedhiisaaniitiin kennaniin qophaa’an keessaa tokkodha.
Ibsi garabiraan yoo kenname malee, caqasawwan birooshura kana keessatti argaman Macaafa Qulqulluu afaan Oromoo bara 1997 maxxanfame keessaa kan fudhatamanidha. Caqasawwan tokko tokko dalga ciibsee kan barreesse nuyi. Caqasichatti aansee “NW ” yoo jedhame, caqasichi kan fudhatame Caaffata Qulqullaa’oo Hiika Addunyaa Haaraa, Isa Hiika Jechootaa qabuufi afaan Ingiliffaatiin qophaa’erraa ta’uusaa argisiisa.