Fuula Mataduree/Fuula Ibsa
Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasiirraa Fayyadami
“Ani Waaqayyo [“Yihowaan,” NW] gooftaan kee isa wanta waaʼee siif baasu si barsiisuu fi isa karaa ati adeemtu irratti si geggeessuu dha.”—Isa. 48:17.
© 2010
WATCH TOWER BIBLE AND TRACT SOCIETY OF PENNSYLVANIA
Mirgi Abbummaa Seeraan Eegamaadha
Maxxansitoonni
WATCHTOWER BIBLE AND TRACT SOCIETY OF NEW YORK, INC.
Brooklyn, New York, U.S.A.
Sadaasa 2012tti Maxxanfame
Barreeffamni kun kan hin gurguramneefi barreeffamoota addunyaa maratti Macaafa Qulqulluu barsiisuuf qophaaʼan keessaa tokkodha. Hojiin kunis buusii qarshii namoonni fedhiidhaan kennaniin deggerama.
Ibsi garabiraan yoo kenname malee, caqasawwan kitaaba kana keessatti argaman Macaafa Qulqulluu afaan Oromoo bara 1997 maxxanfame keessaa kan fudhatamanidha. Caqasawwan tokko tokko dalga ciibsee kan barreesse nuyi. Caqasichatti aansee “NW” yoo jedhame, caqasichi kan fudhatame Caaffata Qulqullaaʼoo Hiika Addunyaa Haaraa, Isa Hiika Jechootaa qabuufi afaan Ingiliffaatiin qophaaʼerraa taʼuusaa argisiisa