Fuula Mataduree/Fuula Ibsa Maxxansitootaa qabatee
Dammaqinaan Eegaa!
Maal Gochuuf?
Dammaqanii Eeguun Keessumaa Yeroo Ammaatti Ariifachiisaa Kan Ta’e Maaliifi?
Bara 2004tti Maxxanfame
Birooshurri kun kan hin gurguramneefi barreeffamoota addunyaa maratti Macaafa Qulqulluu barsiisuuf qophaaʼan keessaa tokkodha. Hojiin kunis buusii qarshii namoonni fedhiidhaan kennaniin deggerama.
Ibsi garabiraan yoo kenname malee, caqasawwan birooshura kana keessatti argaman Macaafa Qulqulluu afaan Oromoo bara 1997 maxxanfame keessaa kan fudhatamanidha. Caqasawwan tokko tokko nutu dalga ciibsee barreesse. Caqasichatti aansee “NW” yoo jedhame, caqasichi kan fudhatame Caaffata Qulqullaaʼoo Hiika Addunyaa Haaraa, Isa Hiika Jechootaa qabuufi afaan Ingiliffaatiin qophaaʼerraa taʼuusaa argisiisa.
[Madda fuula 2rra jiru]
Bakka suuraawwan fudhataman: Qola jalqabaa: Luulloo ykn fakkii lafaa: Used with permission from The George F. Cram Company, Indianapolis, Indiana; fuula3: fakkii isa gararraa: SABAH ARAR/AFP/Getty Images; gajjallaa: Godo-Foto; fuula4: Hanqina midhaan nyaataa: UN/DPI Photo by Eskinder Debebe; waraana: UN PHOTO 186705/J. Isaac; fuula9: Nama qurxummii qabu: © Keith Ross/SuperStock; fuula19: Maatii ilmoolee leencaa wajjinii: Rhino and Lion Park, Gauteng, South Africa; fuula20: AP Photo/Bullit Marquez