LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • bsi07 ful. 1-2
  • Fuula Mataduree/Fuula Ibsa Maxxansitootaa Qabate

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Fuula Mataduree/Fuula Ibsa Maxxansitootaa Qabate
  • “Caaffanni Qulqullaa’aan Hundinuu”—Sirriifi Faayidaa Kan Qabudha, Jildii 15
“Caaffanni Qulqullaa’aan Hundinuu”—Sirriifi Faayidaa Kan Qabudha, Jildii 15
bsi07 ful. 1-2

Fuula Mataduree/​Fuula Ibsa Maxxansitootaa Qabate

“Caaffanni Qulqullaa’aan Hundinuu” Sirriifi Faayidaa Kan Qabudha (Ermiyaasii–Miilkiyaasitti)

“Caaffanni qulqullaa’aan hundinuu geggeessaa hafuura Waaqayyootiin caafame; barsiisuuf, balleessaa hubachiisuuf, qajeelchuuf, qajeelummaattis leejjisuudhaaf dhimma in baasa. Namni Waaqayyoo waa gochuuf kan danda’e, hojii gaarii hundumaafis kan qophaa’e akka ta’u in godha.”—2 Ximotewos 3:16, 17.

Ibsi garabiraan yoo kenname malee, Caqasawwan birooshuuricha keessatti argaman Macaafa Qulqulluu afaan Oromoo bara 1997 maxxanfamerraa kan fudhatamanidha. Caqasawwan tokko tokko dalga ciibsee kan barreesse nudha. Caqasichatti aansee NW yoo jedhame, Caqasichi kan fudhatame Macaafa Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa—Isa Hiika Jechootaa qabuufi bara 1984⁠tti afaan Ingiliffaatiin maxxanfame keessaa ta’uusaa argisiisa.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi