Qola Dhumaa
Dhugumaan Waaqayyoon akka jaallattu argisiisuu kan dandeessu akkamitti?
Qajeelfama yaanni garaakee sii kennutti amanamuu kan dandeessu yoomi?
Filannoon hiriyaaf gootu waa’eekee maal ibsa?
Ilaalchi ati namoota aboorra jiraniif qabdu, ilaalcha Waaqayyo siif qaburratti dhiibbaa kan geessisu maaliifi?
Ulaagaa qajeelummaa Yihowaan baaseef abboomamuun kan si fayyadu maaliifi?
Hojii keerraa gammachuu argachuu kan dandeessu akkamitti?
Fedhii Yihowaaf abboomamuuf qabdu guddifachuuf maaltu si gargaara?