LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • yp2 ful. 1
  • Qola Keessaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Qola Keessaa
  • Gaaffilee Dargaggootaa fi Deebii Isaaniif Kenname, Jildii 2ffaa
Gaaffilee Dargaggootaa fi Deebii Isaaniif Kenname, Jildii 2ffaa
yp2 ful. 1

Qola Keessaa

Dargaggeessa Jaallatamaa:

Mootii ogeessa kan taʼe Solomoon akkana jedhee barreesseera: “Yaa dargaggeessaa, dargaggummaa keetti gammadi, bara dargaggummaa keettis garaan kee haa gammadu. Daandii garaa keetii duukaa buʼi, gara ijji kee si geessus dhaqi.” (Lallaba 11:9) Umurii dargaggummaatti jireenyi gammachiisaa fi kan nama hawwatudha; nutis dargaggummaa keetti akka gammaddu barbaanna. Haa taʼu malee, karaa Yihowaa gammachiisuun akka itti fayyadamtu si jajjabeessina. Yihowaan akkaataa jireenya kee itti fayyadamtu akka arguu fi kanaafis gara murtiitti akka si dhiheessu hin dagatin. Kanaafuu, gorsa Solomoon itti fufuudhaan kennee fi “Bara dargaggummaa keetti Uumaa kee isa Guddaa yaadadhu” jedhu hojiirra oolchuun ogummaadha.—Lallaba 12:1.

Kitaabni kun dhiibbaa fi qorumsa yeroo harʼaatti si mudachaa jiru dandamachuuf, akkasumas murtoo fedha Waaqayyoo wajjin wal simu gochuuf akka si gargaaru siif kadhanna. Kana gochuudhaan garaa Yihowaa gammachiista.—Fakkeenya 27:11.

Qaama Olaanaa Dhugaa Baatota Yihowaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi