Fuula Mataduree/Fuula Ibsa Qopheessitootaa Qabate
Macaafni Qulqulluun—Dhaamsisaa Maalidha?
Birooshurri kun kan hin gurguramneefi barreeffamoota addunyaa maratti Macaafa Qulqulluu barsiisuuf qophaa’an keessaa tokkodha. Hojiin kunis buusii qarshii namoonni fedhiidhaan kennaniin deggerama.
Buusii gochuudhaaf donate.jw.org ilaali.
Ibsi garabiraan yoo kenname malee, caqasawwan birooshura kana keessatti argaman Macaafa Qulqulluu afaan Oromoo bara 1997 maxxanfame keessaa kan fudhatamanidha. Caqasawwan tokko tokko dalga ciibsee kan barreesse nuyi. Caqasichatti aansee “NW” yoo jedhame, caqasichi kan fudhatame Caaffata Qulqullaa’oo Hiika Addunyaa Haaraa, Isa Hiika Jechootaa qabuufi afaan Ingiliffaatiin qophaa’erraa ta’uusaa argisiisa. Waggoonni birooshura kana keessatti argaman hundi lakkoobsa Awurooppaa kan argisiisanidha. Dh.K.D. jechuun, dhaloota Kiristos dura jechuudha; Dh.K.B. jechuunimmoo, dhaloota Kiristos booda jechuudha.
Bara 2009tti Maxxanfame
Oromo (bm-OA)
© 2009
WATCH TOWER BIBLE AND TRACT SOCIETY OF PENNSYLVANIA