Mataduree Fuula/Fuula Ibsa Maxxansitootaa qabatee
Waaqayyoon Dhaggeeffadhu
Birooshurri kun kan hin gurguramneefi barreeffamoota addunyaa maratti Macaafa Qulqulluu barsiisuuf qophaaʼan keessaa tokkodha. Hojiin kunis buusii qarshii namoonni fedhiidhaan kennaniin deggerama.
Buusii gochuudhaaf www.jw.org/om ilaali.
Ibsi garabiraan yoo kenname malee, caqasawwan birooshura kana keessatti argaman Macaafa Qulqulluu afaan Oromoo bara 1997 maxxanfame keessaa kan fudhatamanidha. Caqasawwan tokko tokko dalga ciibsee kan barreesse nuyi. Caqasichatti aansee “NW” yoo jedhame, caqasichi kan fudhatame Caaffata Qulqullaaʼoo Hiika Addunyaa Haaraa, Isa Hiika Jechootaa qabuufi afaan Ingiliffaatiin qophaaʼerraa taʼuusaa argisiisa. Waggoonni birooshura kana keessatti argaman hundi lakkoobsa Awurooppaa kan argisiisanidha. Dh.K.D. jechuun, dhaloota Kiristos dura jechuudha; Dh.K.B. jechuunimmoo, dhaloota Kiristos booda jechuudha.
Waaqayyoon Dhaggeeffadhu
Listen to God
Amajjii 2016tti maxxanfame
Oromo (ld-OA)
© 2011
WATCH TOWER BIBLE AND TRACT SOCIETY OF PENNSYLVANIA
Qophessitoonni