LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • yp1 ful. 1
  • Qola Keessaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Qola Keessaa
  • Gaaffilee Dargaggootaa fi Deebii Isaaniif Kenname, Jildii 1ffaa
Gaaffilee Dargaggootaa fi Deebii Isaaniif Kenname, Jildii 1ffaa
yp1 ful. 1

Qola Keessaa

Dargaggoota Jaallatamoodhaaf,

Abbaan keessan inni samii baayʼee isin jaallata. Gammadoo akka taatan barbaada. ‘Garuu yeroo harʼaatti gammadoo taʼuun ni dandaʼamaa?’ jettanii yaaddu taʼa. Kun gaaffii gaariidha. Jireenya keenya keessatti rakkina hedduutu nurra gaʼa. Guyyaa guyyaadhaan jechuun ni dandaʼamaa, haalli rakkisaan gammachuu keenya nu dhabsiisu nu qunnama. Taʼus Abbaan keenya inni jaalala qabeessa taʼe nu gargaara. Dubbiin isaa qajeelfama kallattii jireenyaa isa sirrii argachuuf nu gargaaru qabateera. Kitaabni Qulqulluun kan barreeffame bara dheeraa dura taʼus, akkuma yeroo itti barreeffame sanaa yeroo harʼaattis gorsi isaa nu fayyada.—Faarfannaa 119:98, 99; 2 Ximotewos 3:16, 17.

Kitaaba kana kan isiniif qopheessine waan isin jaallannuufi. Gammadoo akka taatanii fi jireenya hundarra wayyu akka jiraattan barbaanna. Kanaafuu, kitaaba kana dubbistanii akka xumurtan qofa utuu hin taʼin, yeroo rakkinni isin mudatu hundatti akka itti fayyadamtan isin jajjabeessina. Kaayyoo kitaaba kanaa keessaa tokko warra keessan wajjin akka gaariitti walii galuu akka dandeessan isin gargaaruudha. Mata dureewwan kitaaba kanaa tokko tokko akka waliin dubbistanii fi akka waliin qoʼattan ni abdanna. Ogummaa fi muuxannoo warra keessaniirraa fayyadamaa!

Nagaa wajjin,

Qaama Olaanaa Dhugaa Baatota Yihowaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi