Fuula Mataduree/Fuula Ibsa Maxxansitootaa Qabate
Maatiin Keessan GammachuuQabaachuu Ni Dandaʼa
© 2014
Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
Maxxansitoota
Watchtower Bible and Tract Society of New York, Inc. Brooklyn, New York, U.S.A.
Ebla 2014tti Maxxanfame
Barreeffamni kun kan hin gurguramneefi barreeffamoota addunyaa maratti Macaafa Qulqulluu barsiisuuf qophaaʼan keessaa tokkodha. Hojiin kunis buusii qarshii namoonni fedhiidhaan kennaniin deggerama.Ibsi garabiraan yoo kenname malee, caqasawwan birooshura kana keessatti argaman Macaafa Qulqulluu afaan Oromoo bara 1997 maxxanfame keessaa kan fudhatamanidha. Caqasawwan tokko tokko nutu dalga ciibsee barreesse. Caqasawwan tokko tokko nutu dalga ciibsee barreesse. Caqasichatti aansee “NW” yoo jedhame, caqasichi kan fudhatame Macaafa Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa Ibsa Dabalataa Qabuufi afaan Ingiliffaa ammayyaatiin qophaaʼerraa taʼuusaa argisiisa.