Faarfannaa 147
Qabeenya Adda Taʼe
Isa Bifa Maxxansaan Jiru
Waaqni uumama haaraa
Ilmaan hafuuraan dibe,
Nama keessaa filatee
Jaalalaan simate.
(WALLEE)
Qabeenya addaa ti,
Saba maqaa keef taʼu.
Jaalalaan si faarsu;
Tokkummaadhaan waaʼee kee labsu.
Saba qulqullaaʼaa dha,
Dubbii dhugaa barsiisa.
Ni ibseefi Yihowaan
Ifa dinqisiisaa.
(WALLEE)
Qabeenya addaa ti,
Saba maqaa keef taʼu.
Jaalalaan si faarsu;
Tokkummaadhaan waaʼee kee labsu.
Akkuma ajajaman
Hoolota kaan sassaabu.
Yesuusiif amanamu
Isaaf ajajamu.
(WALLEE)
Qabeenya addaa ti,
Saba maqaa keef taʼu.
Jaalalaan si faarsu;
Tokkummaadhaan waaʼee kee labsu.
(Dabalataan, Isa. 43:20a, 21; Mil. 3:17; Qol. 1:13 ilaali.)