Fuula Mataduree/Fuula Ibsa Qopheessitootaa Qabate
Gaaffii Dargaggoonni Gaafatan 10f Deebii Kenname
Maqaawwan dargaggoota birooshura kana keessatti caqasaman tokko tokkoo jijjiiramaniiru.
Barreeffamni kun kan gurguramu miti. Hojii addunyaa maratti Kitaaba Qulqulluu barsiisuuf hojjetamu deggeruuf, buusii qarshii namoonni fedhiidhaan kennaniin qophaaʼa.
Buusii gochuuf Weeb saayitii www.jw.org/om jedhamu ilaali.
Ibsi kan biraan yoo kenname malee, caqasawwan barreeffama kana keessatti argaman Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa Maatewos-Mulʼata fi Macaafa Qulqulluu afaan Oromoo bara 1997 maxxanfame keessaa kan fudhatamani dha. Caqasichatti aansee “NW” yoo jedhame, caqasichi kan fudhatame Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa afaan Ingiliffaa ammayyaatiin qophaaʼe irraa taʼuu isaa argisiisa.
Caamsaa 2016tti Maxxanfame
Oromo (ypq-OA)
© 2016
Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania