LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • lfb ful. 106-107
  • Seensa Kutaa 8

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Seensa Kutaa 8
  • Barumsa Kitaaba Qulqulluu Irraa Barachuu Dandeessu
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Solomoon Mootii Ogeessa Ture
    Macaafni Qulqulluun Dhaamsisaa Maalidha?
  • Tarkaanfii Murteessaa Fudhachuuf Yeroonsaa Ammadha
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2006
  • Fakkeenya Gaariimoo Akeekkachiisa Siif Taʼa?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2011
  • Mana Qulqullummaa Yihowaa
    Barumsa Kitaaba Qulqulluu Irraa Barachuu Dandeessu
Dabalataan Ilaaluuf
Barumsa Kitaaba Qulqulluu Irraa Barachuu Dandeessu
lfb ful. 106-107
Solomoon haadha mucaa tokkoo ishii dhugaa yommuu dubbatu

Seensa Kutaa 8

Yihowaan, Solomooniif ogummaa guddaa isaaf kennuudhaan isa eebbiseera; mirga mana qulqullummaa ijaaruus isaaf kenneera; taʼus inni yeroo booda Yihowaa dhiiseera. Warra yoo taatan, waaqeffattoonni sobaa Solomooniin Yihowaa irraa akkamitti akka isa fageessan mucaa keessaniif ibsaafii. Mootummichi ni hihirame, akkasumas mootonni hamoon sabichi Yihowaa akka dhiisuu fi waaqolii tolfamoo akka waaqeffatu isa taasisan. Yeroo kanatti, raajonni Yihowaadhaaf amanamoo taʼan hedduun ariʼatamaniiru, akkasumas ajjeefamaniiru. Iizaabel Mootittiin mootummaan kaabaa Yihowaa irraa akka fagaatu dirqisiistee turte. Yeroon kun seenaa Israaʼel keessatti yeroo dukkanaa ture. Taʼus, Yoshaafaax Mootichaa fi Eeliyaas raajicha dabalatee tajaajiltoonni Yihowaa amanamoo taʼan hedduun jiru turan.

BARUMSAWWAN IJOO

  • Maatiin keessanii fi michoonni keessan amanamummaadhaan Yihowaa kan hin tajaajille taʼan illee, isin amanamummaadhaan Yihowaa tajaajilaa

  • Yihowaa yoo dhiistan wanti kam iyyuu isiniif hin milkaaʼu; Yihowaatti yoo maxxantan garuu inni isin eebbisa

  • Karaa itti wanta tokko keessaa baatan akka dhabdan yommuu isinitti dhagaʼamu, yeroo baayʼee Yihowaan karaa isin hin yaanneen humna isaatti fayyadamee isin gargaara

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi