Gaaffiiwwan Armaan Gadiitiif Deebii Argadhu:
Haala hunda keessatti amantii qabaachuun barbaachisaa kan taʼe maaliifi? (Mar. 11:22)
Malawwan dubbii waaʼee Yihowaa ibsan irratti xiinxaluun buʼaa akkamii argamsiisa? (Far. 28:7; Luq. 11:11-13; Kes. 32:4; Far. 23:1)
Amantii keenya guddifachuu kan dandeenyu akkamitti? (Mar. 9:24)
‘Cubbuun salphaatti nu takaalu’ maali dha? Irraa fagaachuu kan dandeenyu hoo akkamitti? (Ibr. 12:1)
Namoonni amantii dhugaa qaban akka eebbifaman amanannaa akka qabaannu kan godhu maali dha? (Ibr. 11:6)