Fuula Mataduree/Fuula Ibsa Maxxansitootaa Qabate
Kitaaba Qulqulluu Guyyaa Guyyaan Qoruu—2019
Caqasa Waggaa “Ani Waaqayyo kee ti hin na’in!”—Isaayaas 41:10.
Barreeffamni kun hin gurguramu. Hojii addunyaa maratti Kitaaba Qulqulluu barsiisuuf adeemsifamu keessaa tokko dha; buusii qarshii namoonni fedhiidhaan kennaniin qophaaʼa.
Buusii gochuudhaaf www.jw.org/om ilaali.
Ibsi kan biraan yoo kenname malee, caqasawwan barreeffama kana keessatti argaman Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa Maatewos-Mulʼata fi Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo bara 1997tti maxxanfame keessaa kan fudhatamani dha. Caqasichatti aansee “NW” yoo jedhame, caqasichi kan fudhatame Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa Afaan Ingiliffaa ammayyaatiin qophaaʼe irraa taʼuu isaa argisiisa.
Sadaasa 2018tti Maxxanfame
Oromo (es19-OA)
© 2018
WATCH TOWER BIBLE AND TRACT SOCIETY OF PENNSYLVANIA